English Expressions :1واحد
انتخاب واحد
- 1English Expressions
- 2Unit 2
- 3Unit 3
- 4Unit 4
- 5Unit 5
- 6Unit 6
- 7Unit 7
- 8Unit 8
- 9Unit 9
- 10Unit 10
- 11Unit 11
- 12Unit 12
- 13Unit 13
- 14Unit 14
- 15Unit 15
- 16Unit 16
- 17Unit 17
- 18Unit 18
- 19Unit 19
- 20Unit 20
- 21Unit 21
- 22Unit 22
- 23Unit 23
- 24Unit 24
- 25Unit 25
- 26Unit 26
- 27Unit 27
- 28Unit 28
- 29Unit 29
- 30Unit 30
- 31Unit 31
- 32Unit 32
- 33Unit 33
- 34Unit 34
- 35Unit 35
- 36Unit 36
- 37Unit 37
- 38Unit 38
- 39Unit 39
- 40Unit 40
جلسه 2
Listen to find out how to use an everyday English expression.
Jechoota guyyuu of ibsuuf nu fayyadu akkaataa itti dhimma baanu hubachuuf caqasi.
تمرین 1
Out of the picture
Look at the Session Vocabulary – make sure you know what these words mean:
- Photographer
- Girlfriend
- Flatmate
- Picture
Listen to Finn showing Feifei some photographs. As you listen, think about these questions:
- Is Ann still Finn’s girlfriend?
- Is Johnny still his flatmate?
Listen to find out the answers. Then check them on the transcript below.

Ammayyuu
Akkam jirta! Qophii jechoota Afaan Ingilizii keessatti of ibsuuf si fayyadan haaraa English Expressions akka bartu si gargaarrutti baga nagaan dhufte.
Maqaankoo Ammayyuudha. Har’a jecha Afaan Ingilizii of ibsuuf itti fayyadamnu keessaa ‘out of the picture’ fakkichaan ala jedhu ni ilaala. Maal jechuu sitti fakkaata? Wallaaltee? Tole, Itti fufii Caqasi.
Fiiniifi Feyifeyi dhaggeeffadhu. Fiin suuraa kaasuuf Feyifeyi bira dhaqee, suuraawwan babbaareedoo kaase Feyifeyi agarsiisutti jira. Suuraawwan inni jaalatu kam akka ta’an dhagahuuf caqasi.
(Finn is visiting Feifei)
Feifei
Hi Finn. I am glad you could come to my house to take a picture of my special friend.
Finn
My pleasure, Feifei. I take pride in being a great photographer. I brought some of my best pictures.
Feifei
Let me have a look.
Finn
Yes. I took this one during a trip to Paris.
Feifei
I remember. The trip you took last summer with your girlfriend Ann.
Finn
Oh, Ann… She is out of the picture. Look at the Eiffel Tower. I bet you've never seen it from this angle.
Feifei
And this other one…
Finn
Yes, yes. This other one I took at a dinner party in my flat.
Feifei
Yes, with your flatmate Johnny.
Finn
My ex-flatmate ‘Dirty Socks’ Johnny. He is out of the picture too.
Ammayyuu
Fiin suura muraasa kaasee Feyifeyif agarsiisaa ture. Suura kana keessaa namoota turan ni yaadattaa? Tokko jaalallee isaa Aaanii fi kaanimmoo kan mana tokko waliin qooddatu flatmate Jooniidha. Dubbii Fiin dubbaturraa ammas Aaniifi Joonii waliin waan walitti deeman sitti fakkaataa? Caqasiitii tilmaami.
Feifei
Finn, you keep talking about having your friends out of the picture… I want my friend to be in the picture!
Finn
Oh, Feifei, no. Ann and Johnny appear in some of my snaps. But Ann is not my girlfriend anymore. She ran away with a Frenchman…
Feifei
Oh… and what happened to Johnny?
Finn
‘Dirty Socks’ Johnny moved out. He used to leave his socks everywhere!
Feifei
Oh, so you are no longer in touch with them.
Finn
Exactly. In English, when we say someone is ‘out of the picture’ we mean we don't count on them anymore. They are no longer involved in a particular situation.
Ammayyuu
Fiin akka ibsetti ‘out of the picture’ jennee kan fayyadamnu yoo namni tokko waan haala dura jiru keessaa bahu/dhiisuu ibsuudhaafi. Jaalalleen Fiin suura Efal Taawar irra turte amma waan jaaalallee isaa hin taanef ‘out of the picture’ waldhiisaniiruudha.
Namni Fiin waliin mana tokko jiraatu suura affeerraa irbaataa mana isaa qophaa’e irra ture. Amma garuu ‘out of the picture’ haala dura ture keessa hin turre. Sababani isaas mana keessa jiraatu jijjiireera. Lamaan isaaniiyyuu ‘out of the picture’ dha. Haala kanaan dura turan keessa hin jirani. Sababni isaas jireenya Fiin keessatti qooda hin qabani ykn wal quba hin qaban jechuudha.
Fakkeenyawwan muraasa haa caqasnu.
Examples
Divorce was good for Mrs Jones. She looks very happy with her husband out of the picture.
My team is bound to lose this weekend now that our best player is out of the picture. He broke his leg yesterday.
Finn
Right, so now that’s clear, where is your special someone, FeiFei? Shall we out into the garden? The lighting is really good outside! I'll take a great picture!
Feifei
Follow me.
(Outdoors)
Feifei
Here's my special friend!
Finn
But this… Feifei, this is a hamster!
Feifei
Yes! My pet's name is ‘Cutie Pie’! Oh my little sweetie, little friend! Isn't he cute, Finn?
Finn
He is not very photogenic, I'm afraid, Feifei.
Feifei
Come on, Finn. Look at him! (to the hamster) Sweetie yummy come to mummy. You're going to be in the picture! Yes, you are!
Finn
Oh dear! I can kiss goodbye to my career as a serious photographer...
Ammayyuu
Fiin suura hiriyyaa Feyifeyi akka kaasuuf itti dhiifna. Out of the picture suurichaan ala taatanii beektuu?
Jechoota Afaan Ingilizii of ibsuuf si fayyadan English Expressions dabalataaf yeroo ittaanu
walitti deebina. See you next time!
Answers
- No, Ann is not Finn’s girlfriend anymore.
- No, Johnny is not his flatmate anymore.
How do I use it?
We use ‘out of the picture’ after the verb ‘be’ like this:
| I | am | out of the picture |
| You/We/They | are | out of the picture |
| He/She/It | is | out of the picture |
Out of the picture
3 Questions
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e filadhu.
Help
تمرین
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e filadhu.
Hint
Yaadadhu- Fiin, jaalalleesaa duraanii ykn nama waliin jiraatu kana booda quba hinqabu.Question 1 of 3
Help
تمرین
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e filadhu.
Hint
jechuun namni wayii kana booda haala dura jiru keessaa baheera jechuudha. Hima kamitu hiika addaa qaba?Question 2 of 3
Help
تمرین
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e filadhu.
Hint
Jechoota tokko tokkoon haalaan qalbeeffadhu.Question 3 of 3
Excellent!آفرین! نمره شماBad luck!:
Over to you!
Is anyone you used to know ‘out of the picture’ now? What happened? Tell us in our Facebook group.
Join us for our next episode of English Expressions, when we will learn more useful language and practise your listening skills.
Barnoota Essential English ittaanu kan dandeettii caqasuukee ittiin shaakaltuufi qooqa barbaachisoo barannutti walitti deebina.
واژه های تازه این جلسه
photographer
ogeessa suuraa kaasugirlfriend
jaalallee dubaraaflatmate
Kan mana qooddatudivorce
walhiikuuhamster
gosa hantuutaasnaps
sagalee kaameeraa suura kaasu