English Expressions :1واحد
انتخاب واحد
- 1English Expressions
- 2Unit 2
- 3Unit 3
- 4Unit 4
- 5Unit 5
- 6Unit 6
- 7Unit 7
- 8Unit 8
- 9Unit 9
- 10Unit 10
- 11Unit 11
- 12Unit 12
- 13Unit 13
- 14Unit 14
- 15Unit 15
- 16Unit 16
- 17Unit 17
- 18Unit 18
- 19Unit 19
- 20Unit 20
- 21Unit 21
- 22Unit 22
- 23Unit 23
- 24Unit 24
- 25Unit 25
- 26Unit 26
- 27Unit 27
- 28Unit 28
- 29Unit 29
- 30Unit 30
- 31Unit 31
- 32Unit 32
- 33Unit 33
- 34Unit 34
- 35Unit 35
- 36Unit 36
- 37Unit 37
- 38Unit 38
- 39Unit 39
- 40Unit 40
جلسه 16
Listen to find out how to use an everyday English expression.
Jechoota Afaan Ingilizii guyyuu of ibsuuf nu fayyadu akkaataa itti fayyadamnu hubachuuf caqasi.
تمرین 1
Out for the count
Look at the Session Vocabulary – make sure you know what these words mean:
- hiking
- tired
- unconscious
Listen to Neil and Li explaining the expression 'out for the count'. As you listen, answer these questions:
1. What did Neil do at the weekend?
2. What happened to his children?
Listen to find out the answers. Then check them on the transcript below.

Caalii
Yooyyaa! Qophii jechoota Afaan Inglizii keessatti of ibsuuf si fayyadan 'English Expressions' akkasumas kan haaraa ta'an akka bartuu si gargaarrutti baga nagana dhufte. Har'a, ibsannoowwan Afaan Ingilizii 'out for the count' jehdu ilaala. Hiiknisaa maal sitti fakkaata?...Hinbarree? Tole, caqasi. Niilii fi Lii waa'ee Sanbat-Dilbata Niil wayita dubbatan caqasi. Niilfi maatiinsaa maal hojjetanii? Ijoolleensaa maaliif dafanii rafanii. Sababasaa baruuf mee haa'ilaallu.
Neil
This expression comes from the sport of boxing and describes a boxer who has been knocked unconscious who can't stand up within a count of ten seconds. The boxer is said to be 'out for the count' and loses the match. But the expression can also be used in another way...
Li
Oh, how?
Neil
Well, I had a really active weekend. I went hiking in Wales with my wife and our two children.
Li
Hiking in Wales, that sounds like hard work.
Neil
Well not to my kids. They loved it, they were racing each other, running up and down the hills… then we went to the zoo where they had more fun.
Caalii
Niiliifi maatiinsaa Weels deemuun, 'hiking' deemsa dheeraa godhuun 'hiils' gaarootaa keessaa deemaa turan. Deemsa karaa dheeraa bashananaa kanattis ijooleensaa dhugumatti gamadaniiru. Gara bakka bineeyyiin bosonaa itti eegamanis 'zoo' deemaniiru. Amammoo, imalli kun maaliif Niiliifi haadha warraasaaf gaarii akka ture mee caqasi.
Li
So you had a nice day out then?
Neil
Definitely. The evening was even nicer for us, me and my wife, as there was no reading of bedtime stories and no computer games. By 7 o'clock, the kids were in bed, and the next thing we knew, they were out for the count!
Li
Oh I think I've got it. Do you mean they were so tired from all the exercise that they fell asleep immediately their heads touched the pillows?
Neil
Yes, that's right!
Caalii
Egaa ijooleensaa deemsa dheeraa Sanbat-Dilbatarra kan ka'e 'out for the count' ta'u isaanii Niil irra amma dhageenyyeerra. Akkuma Niil dursee jedhe, ibsi 'out for the count' jedhu kun tapha buunyaa irraa kan dhufeedha – akka jecha kanaatti ''out' jechuun 'of wal'aalu' wayita ta'u 'the count' ammo taphataan of wal'aale kufe sun injifatamuusaa baruuf lakkoofsa murteessaan hanga kudhanitti lakka'uudha. Haa ta'u malee, namni tokko baay'ee dadhaburraa/bututuurra kan ka'e akkuma gad ciiseen wayita rafuufis yeroo baay'ee itti fayyadamna. Gaalee kana eenyumma kan agarsiisu 'to be' namni tokko 'is out for the count' ibsuuf itti fayyadamna. Akkamiin jecha kanatti akka fayyadamamu fakkeenyawwan muraasa mee haa caqasnu.
Examples
Jack had so much to drink last night that when he got home he was out for the count. He fell asleep so quickly, he didn't even take his clothes off!
There was some trouble outside my house last night but I didn't hear it: I was so tired I was out for the count.
She was so tired from her dance class that she was out for the count as soon as she put her head on the pillow.
Li
Oh, how I wish I could fall asleep quickly – but I often have to take a sleeping pill.
Neil
Oh, that's not very good. You should try doing some exercise to make you tired: how about jogging?
Li
Oh no, it's boring, it's too monotonous.
Neil
Well, how about something relaxing like yoga?
Li
Yoga, no, I'm not very flexible, I have never been.
Neil
Well, what about boxing? It's exciting and you could be knocked unconscious - out for the count!
Li
Very funny!
Caalii
Lii halkan keessa 'out for the count' akka taate mirkaneeffachuuf yaadni Niil kenne Liidhaaf waan liqimsamee natti hinfakkaatu; keessummaayyu inni waa'ee buunyaa dubbatu sun. Atihoo? Hirriba gaarii raftaa? guyyaan wayita goolabamutti 'out for the count' taataa? Barnoota dabalataa 'English Expressions'iin yeroo ittaanu walitti deebina.
Answers
1. Neil went walking in Wales with his family.
2. His children were very tired.
How do I use it?
If you are 'out for the count' you are sleeping heavily, and unlikely to wake up soon. It is a phrase which is often used with the verb 'be'.
I worked so late yesterday, that I was out for the count 10 minutes after getting home.
If you are going to do all that tomorrow you will be out for the count once you get home.
I went to ask him if he wanted something to eat, but he was out for the count.
Out for the count
3 Questions
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
Help
تمرین
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
Hint
Waa’ee taphataan buunyaa of rukkutamee of wal’aaluun irratti lakka’amuu tokko yaadi.Question 1 of 3
Help
تمرین
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
Hint
Ibsannoo addaa kana keessattii ‘a’ hinfayyadamnu; kanaafuu ‘for’ ykn ‘of’ fayyadamnaa?Question 2 of 3
Help
تمرین
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
Hint
Ibsannoo kana namni tokko dadhabuu ykn bututuu isaa ibsuuf itti fayyadamnaQuestion 3 of 3
Excellent!آفرین! نمره شماBad luck!:
Over to you!
When is the last time you were out for the count? Does anything help you get out for the count? Come and tell us on our Facebook group.
Join us for our next episode of English Expressions, when we will learn more useful language and practise your listening skills.
Barnoota English Expressions ittaanu kan dandeettii caqasuukee ittiin shaakaltuufi qooqa barbaachisoo barannutti walitti deebina.
واژه های تازه این جلسه
boxing
bunyeessaunconscious
of-wallaaluutired
dadhabuuhiking
Deemsa karaa dheeraa (deemsa dadhabbsiisa baadiyyaa, gaaraa fi gammoojjii keessattii) godhamu.zoo
Bakka bineensoonni itti eegamanjogging
suuta deemuu/figuu