Unit 2:
Select a unit
- 1Essential English Conversation
- 2Unit 2
- 3Unit 3
- 4Unit 4
- 5Unit 5
- 6Unit 6
- 7Unit 7
- 8Unit 8
- 9Unit 9
- 10Unit 10
- 11Unit 11
- 12Unit 12
- 13Unit 13
- 14Unit 14
- 15Unit 15
- 16Unit 16
- 17Unit 17
- 18Unit 18
- 19Unit 19
- 20Unit 20
- 21Unit 21
- 22Unit 22
- 23Unit 23
- 24Unit 24
- 25Unit 25
- 26Unit 26
- 27Unit 27
- 28Unit 28
- 29Unit 29
- 30Unit 30
- 31Unit 31
- 32Unit 32
- 33Unit 33
- 34Unit 34
- 35Unit 35
- 36Unit 36
- 37Unit 37
- 38Unit 38
- 39Unit 39
- 40Unit 40
Session 48
Listen to find out how to decide where to meet someone.
Bakka nama tokko waliin itti walagartu akka itti murteessan hubachuuf caqasi.
Wayitii marii qabxii 48
0 / 3
- 0 / 3Activity 1
Activity 1
Where should we meet?
Listen to find out how to decide where to meet someone.
Bakka nama tokko waliin itti walagartu akka itti murteessan hubachuuf caqasi.
Listen to the audio and take the quiz. Sagalee kana caqasitii battalee kana fudhadhu.

Firaol
Asham! Barataan Afaan Ingilizii kamiyyuu isa malee baruu kan hindandeenye qooqa barbaachisoo kan isiniif dhiheessu gara Essential English Conversation'tti baga nagaan dhufte. Ani Firaoldha. Kutaa kana keessatti, waa'ee karoorawwaniifi sagantaalee guyyakee haráa akkatti dubbattu baratta.
Kiriisiifi Peniin har'a wal arguuf murteessaniiru. Eessatti walarguuf murteessanii? Hubachuudhaaf haasaa isaanii caqasi.
Chris
Where should we meet?
Penny
Let's meet at the station!
Chris
OK! Should I meet you outside?
Penny
Yes, see you there.
Firaol
Hubachuuf yoo si rakkise, hinyaadda'iin; akka irra deebituuf haasawicha addaan qooduun yeroo siif laannaa.
Kiriis eessa deemuu akka qaban Peniin gaafate. Caqasiitii irradeebi'i.
Where should we meet?
Firaol
Peniin bakka buufataatti akka wal arganiif yaada eerte. Yaadashii eeruu yoo eegaltus 'let's' jettee eegalte; ittaansuunis waan gootu itti dabalte. Asitti ishiin bakka buufataatti 'the station' wal arguu 'meet at' feeti. Caqasiitii irradeebi'i.
Let's meet at the station!
Firaol
Gaalee 'Let's meet at' jedhu fayyadamuudhaan bakkawwan biroos yaada eeruu dandeessa. Paarkii 'the park' ykn kariikaafteeriyaa 'the café' jechuu dandeessa.
Let's meet at the park!
Let's meet at the café!
Firaol
Kiriis tole 'OK' jedhe, kunis waliigaluusaa agarsiisa. Ittaansuun ala 'outside' buufataatti yoo wal arganiif 'meet' Peniin gaafate.
OK! Should I meet you outside?
Firaol
Keessa buufata baaburaa 'inside' ykn 'near to' naannoo buufata baaburaatti dhihaatu jechuunillee yaada eeruu dandeessa.
Should I meet you inside the station?
Should I meet you near to the station?
Firaol
Peniin, Pooliin walarguuf waligaluudhaan achitti akka isa argitu dubbatti. 'There', jecha bakka isaan waa'eesaa dubbachaa turan eera. 'See you there' jechuun 'bakka buufata baaburaatti walarginga' kan jedhuu waliin hiika walfakkaata kan qabuudha.
Yes, see you there!
Yes, see you at the station!
Firaol
Baay'ee gaarii – ammammoo Sofiyaa fi Pool wayita bakka mijaawaa filatan caqasuudhaan waan hanga yoonaatti baratte mirkaneeffadhu. Eessatti walarguuf murteessu laata?
Sophie
Where should we meet?
Paul
How about at the park?
Sophie
I think the café is better.
Paul
OK! Let's meet there!
Firaol
Pool paarkiitti 'park' akka ta'u yaada eere. Sofiin paarkiitti walarguu hinfeetu. Akka filannootti bakka fooyya'aadha 'better' jettee yaaddu, kaaffeetti 'café' jechuun yaada eerti.
I think the café is better.
Firaol
Pool 'OK' jechuudhaan waliigale. Ittaansuunis booda achitti wal haa agarru jechuun Sofiyaatti dubbate.
OK! Let's meet there!
Firaol
Tole, irradeebinee haayaallu. Himoota Afaan Ingilizii caqasiitii irradeebi'i.
Where should we meet?
Let's meet at the station!
OK! Should I meet you outside?
Yes, see you there!
Firaol
Baay'ee gaarii! Hangam dansaa Afaan Inglizii yaadachuu akka dandeessu haa ilaallu? Himoota qooqakeetiin caqasiitii Afaan Ingilizii keessatti maal akka ta'an himi.
Eessatti wal argu qabnaa?
Where should we meet?
Bakka buufataatti wal haa arginu.
Let's meet at the station!
Tole! Alatti siarguu wayyaa?
OK! Should I meet you outside?
Tolee, achitti wal haa arginu!
Yes, see you there!
Firaol
Tole amma sagantaalee qindeeffatte akkatti dubbattu ni beekta. Eessatti wal arguu akka feefu Kiriisitti himuudhaan shaakali. 'See you there!' jechuu hindagatiin.
Where should we meet?
OK! Should I meet you outside?
Firaol
Dansa, ammammoo deebiikee sirreeffachuuf haasawicha guutummaasaa irradeebi'iitii caqasi.
Chris
Where should we meet?
Penny
Let's meet at the station!
Chris
OK! Should I meet you outside?
Penny
Yes, see you there!
Firaol
Hojii gaarii! Amma Afaan Ingiliziitiin bakka itti wal argitu filachuu dandeesseetta. Hiriyaa tokko barbaaddadhuutii waan nu waliin baratte kana shaakali. Turtii nu waliin qabaatteef si galateeffachaa barnoota dabalataa Essential English'iin yeroo ittaanutti walitti deebina, Nagaatti! Bye!
Check what you’ve learned by choosing the correct answer to the question.
Gaafiidhaaf deebii sirrii ta’e filuudhaan wanta hanga yoonaatti baratte mirkaneeffadhu.
Eessatti wal haa arginu?
3 Questions
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
Gargaarsa
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
karaarra buusu
Jechoota gaafiif ta’an tartiiba isaanii yaadadhu.Question 1 of 3
Gargaarsa
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
karaarra buusu
Walargu 'meet' booda maqduree kamtu si barbaachisaa?Question 2 of 3
Gargaarsa
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
karaarra buusu
Akkamitti ‘keessa’ jettaa?Question 3 of 3
Excellent!Great job!Carraa badaa!Qabxii argatte:
Join us for our next episode of Essential English, when we will learn more useful language and practise your listening skills.
Kutaa barnootaa Afaan Ingilizii Barbaachisoo kan qooqa daran faayida-qabeessa ta’an keessatti barannuufi daandeettiiwwan dhageettiikee ittiin shaakaltutti yeroo itaanu walitti deebina.
Shaakala dabalataaf miseensa garee Feesbookii keenyaa ta'i!
Session Vocabulary
Where should we meet?
Eessatti wal haa arginu?
Let’s meet at the station!
Buufata baaburaatti wal haa arginu!
Should I meet you outside?
Alatti si eeguu?
I think the café is better.
Bakka kaaffeetti wayya natti fakkaata.
the park
bakka paarkii
the café
bakka kaaffee
outside
ala
inside
keessa
near to
bira/itti dhihoo