Unit 2:
Select a unit
- 1Essential English Conversation
- 2Unit 2
- 3Unit 3
- 4Unit 4
- 5Unit 5
- 6Unit 6
- 7Unit 7
- 8Unit 8
- 9Unit 9
- 10Unit 10
- 11Unit 11
- 12Unit 12
- 13Unit 13
- 14Unit 14
- 15Unit 15
- 16Unit 16
- 17Unit 17
- 18Unit 18
- 19Unit 19
- 20Unit 20
- 21Unit 21
- 22Unit 22
- 23Unit 23
- 24Unit 24
- 25Unit 25
- 26Unit 26
- 27Unit 27
- 28Unit 28
- 29Unit 29
- 30Unit 30
- 31Unit 31
- 32Unit 32
- 33Unit 33
- 34Unit 34
- 35Unit 35
- 36Unit 36
- 37Unit 37
- 38Unit 38
- 39Unit 39
- 40Unit 40
Session 47
Listen to find out how to choose an activity with someone.
Nama tokko waliin akkatti hojii filattu hubachuuf caqasi.
Wayitii marii qabxii 47
0 / 3
- 0 / 3Activity 1
Activity 1
What should we do?
Listen to find out how to choose an activity with someone.
Nama tokko waliin akkatti hojii filattu hubachuuf caqasi.
Listen to the audio and take the quiz. Batalee fudhachuuf sagale kana caqasi.

Firaol
Asham! Barataan Afaan Ingilizii kamiyyuu isa malee baruu kan hindandeenye qooqa barbaachisoo kan isiniif dhiheessu gara Essential English Conversation'tti baga nagaan dhufte. Ani Firaoldha. Kutaa kana keessatti, waa'ee karoorawwaniifi sagantaalee akkatti dubbattu baratta.
Kiriisiifi Peniin har'a walarguuf murteessaniiru. Maal gochuuf murteesanii? Hubachuuf haasaa isaanii caqasi.
Chris
What should we do?
Penny
Why don't we go shopping?
Chris
I don't want to go shopping. Why don't we go swimming instead?
Penny
OK! That sounds good!
Firaol
Hubachuuf yoo si rakkise hinyaadda'iin; haasawicha addaan qooduun akka irra deebituuf yeroo siif laannaa.
'What should we do?' jechuun. Kiriis maal gochuun akka irra jiru Peniin gaafata.
What should we do?
Firaol
Peniin bittaaf gara gabaa akka deeman yaada 'go shopping' jadu eerte. Kanaafis 'why don't we' jetti. Kunis ibsanoo gocha hojii tokko ittiin eeraniidha.
Why don't we go shopping?
Firaol
'Why don't we…' fayyadamuun gochawwan biroofis yaada eeruu ni dandeessa. Ibsa booda gocha itti idaana. Restoraantiitti ykn mana nyaataatti nyaachuu 'eat in a restaurant' ykn kubbaa miilaa taphachuu 'play football' jechuun yaada eeruu dandeessa.
Why don't we eat in a restaurant?
Why don't we play football?
Firaol
Kiriis bittaaf gara gaba deemuu hinfedhu. He says 'I don't want to', kana jechuun gochicha sana raawwachuu hinbabadu jechuudha.
I don't want to go shopping.
Firaol
Gocha haaraa eeruufis, nuti maaliif 'why don't we…' kan jedhu fayyadame. Asitti gochichi gara daakaa bishaanii deemuu 'go swimming' dha. 'Don't' booda namoonni filannoosaanii mul'isuuf dhuma himaarratti yeroo heddu 'instead' jedhu.
Why don't we go swimming instead?
Firaol
Peniin yaada kana jaallateetti. Yaada gaarii natti fakkaata, tole 'OK' jetti.
OK! That sounds good!
Firaol
Tole, irradeebinee haayaallu. Himoota Afaan Ingilizii caqasiitii irradeebi'i.
What should we do?
Why don't we go shopping?
I don't want to go shopping.
Why don't we go swimming instead?
OK! That sounds good!
Firaol
Baay'ee gaarii! Mee afaan Inglizii hagam dansa akka yaadatu haa ilaallu. Himoota qooqakeetiin caqasiitii Afaan Ingilizii keessatti maal akka ta'an himi.
Maal gochuu qabnaa?
What should we do?
Maaliif gara gabaa hindeemnuu?
Why don't we go shopping?
Ani gara gabaa deemuu hinfedhu.
I don't want to go shopping.
Bakkasaa maaliif gara daakaa bishaanii hindeemnuu?
Why don't we go swimming instead?
Tole! Sun gaarii fakkaata!
OK! That sounds good!
Firaol
Misha! Amma ati yaali! Waan hojjachuu barbaaddu Kiriisitti himuudhaan shaakali. Yoo inni waliigaluu dide, waan inni gochuu barbaadu godhi. Naamusaa garii kan ta'e 'that sounds good!' jechuu hindagatiin.
What should we do?
Why don't we go swimming instead?
Firaol
Baay’ee gaarii, ammammoo deebiikee sirreeffachuuf haasawicha guutummaasaa irradeebi’iitii caqasi.
Chris
What should we do?
Penny
Why don't we go shopping?
Chris
I don't want to go shopping. Why don't we go swimming instead?
Penny
OK! That sounds good!
Firaol
Hojii gaarii! Amma Afaan Ingiliziitiin maal akka hojjetu filachuu barteetta. Hiriyaa tokko barbaadadhutii waan baratte waliin shaakali. Turtii nu waliin qabaatteef galatoomi. Barnoota dabalataa Essential English Conversation'iin yeroo ittaanutti walitti deebina.Nagaatti! Bye!
Check what you’ve learned by choosing the correct answer to the question.
Gaafiidhaaf deebii sirrii ta’e filachuudhaan waan hanga yoonaatti baratte mirkaneeffadhu.
Maal gochuu qabnaa?
3 Questions
Put the words in the correct order.
Jechoota tartiiba sirrii ta’een tarreessi.
Gargaarsa
Activity
Put the words in the correct order.
Jechoota tartiiba sirrii ta’een tarreessi.
karaarra buusu
Jechoota gaafiif taán tartiiba isaanii yaadadhu.Question 1 of 3
Gargaarsa
Activity
Put the words in the correct order.
Jechoota tartiiba sirrii ta’een tarreessi.
karaarra buusu
Yaadawwan eeruudhaaf gaafiiwwan hoongoo/negaatiivii fayyadamna.Question 2 of 3
Gargaarsa
Activity
Put the words in the correct order.
Jechoota tartiiba sirrii ta’een tarreessi.
karaarra buusu
Yaada filannoo eeruudhaaf jecha kam xumura gaafiirratti daballaa?Question 3 of 3
Excellent!Great job!Carraa badaa!Qabxii argatte:
Join us for our next episode of Essential English, when we will learn more useful language and practise your listening skills.
Kutaa barnootaa Afaan Ingilizii Barbaachisoo kan qooqa daran faayida-qabeessa ta’an keessatti barannuufi daandeettiiwwan dhageettiikee ittiin shaakaltutti yeroo itaanu walitti deebina.
Shaakala dabalataaf miseensa garee Feesbookii keenyaa ta'i!
Session Vocabulary
What should we do?
Maal gochuu qabnaa?
Why don’t we ______?
Nuti maaliif ______?
Why don't we ______ instead?
Bakkasaa, nuti maaliif ______?
go shopping
gabaan deema
go swimming
daakaan deema
go to the cinema
sinimaan deema
eat in a restaurant
restoraantiin nyaachuu
play football
kubbaa miilaa taphachuu
afterwards
kana booda
before
dura
That sounds good!
Sun gaarii fakkaata!