유닛 1: How do I...
유닛 고르세요
- 1How do I...
- 2Unit 2
- 3Unit 3
- 4Unit 4
- 5Unit 5
- 6Unit 6
- 7Unit 7
- 8Unit 8
- 9Unit 9
- 10Unit 10
- 11Unit 11
- 12Unit 12
- 13Unit 13
- 14Unit 14
- 15Unit 15
- 16Unit 16
- 17Unit 17
- 18Unit 18
- 19Unit 19
- 20Unit 20
- 21Unit 21
- 22Unit 22
- 23Unit 23
- 24Unit 24
- 25Unit 25
- 26Unit 26
- 27Unit 27
- 28Unit 28
- 29Unit 29
- 30Unit 30
- 31Unit 31
- 32Unit 32
- 33Unit 33
- 34Unit 34
- 35Unit 35
- 36Unit 36
- 37Unit 37
- 38Unit 38
- 39Unit 39
- 40Unit 40
세션 17
Listen to find out how to talk about future arrangements.
Akkamitti karora hegeeree ykn fuulduraa akkatti dubbattu hubachuuf caqasi.
엑티비티 1
How do I talk about future arrangements?
Himawwan kanneen keessaa kamtu waa’ee karora hegeeree ykn fuulduraa dubbataa?
I'll have dinner with my mother tomorrow.
I'm having dinner with my mother tomorrow.
I had dinner with my mother yesterday.
Deebiikee mirkaneeffachuuf caqasi. Ittaansuun barruu armaan gadii waliin walbira qabii ilaali.

Caalii
Yooyyaa! Gara sagantaa barnootaa 'How do I…' tti baga nagaan dhufte! An Caaliidha. Fiil na waliin jira.
Phil
Hello, everybody. Welcome!
Caalii
Kutaa kana keessatti karoora hegeree qindeessu ilaalchise akkamitti akka dubbannu ilaalla. Namni tokko wayita namoota sadii karoora isaanii gaafatu caqasuun haa eegalu. Hubachuun kan sirakkisu yoo ta’e hinyaadda’iin, gara boodarraa sigargaarraa. Ammaaf guyyaa baay’ee cal-jedhaa kan qabaatu eenyu akka ta’e qalbeeffadhu.
What are you doing tomorrow?
I'm having lunch with my mother.
I'm going to work, as usual.
I'm not doing anything. It's my day off.
Caalii
Qalbeeffate? Namni gara dhumaarra waayyu hojjechaa hinjiru – bor guyyaa cal-jedhaa ykn hojiin hinjirre qabaachuuf deemu! Egaa Fiil, waa’ee qindeessuu karoora hegere ykn gara fulduraa dubbachuuf qooqaa itti fayyadamnu haa ilaalluu?
Phil
Yes, let's have a look!
Caalii
Himoota kanneen hunda keessatti, namoonni waa’ee karoora hegeree qindeessurratti dubbata turani. Hennaa kamiin fayyadamanii? Mee gaaficha irradeebine haa caqasnu:
What are you doing tomorrow?
Caalii
Hennaa kan ammaa fayyadamani – 'what are you doing?'. Hennaa kana fayyadamuun karoora hegereef saganteeffanne dubbachuu dandeenya.
Phil
OK, let's quickly practise the pronunciation together! Notice that when we say "What are you doing tomorrow" we pronounce 'are' as 'uh' 'What are you doing tomorrow?' Repeat after me:
What are you doing tomorrow?
What are you doing tomorrow?
Caalii
Baay’ee gaarii! Mee gaafichaaf deebii jalqaba haa caqasnu:
I'm having lunch with my mother.
'Egaa kana keessatti 'to be' – 'am' xumura muummeerratti 'ing' dabaluun fayyadamna. Xumurri mumee kunis 'have' kan jedhuudha, kanaafuu 'having' qabaannaa jechuudha.
Phil
OK, Let's practise the pronunciation again. Notice how we say 'I am' as 'I'm'. Repeat after me:
I'm having lunch with my mother.
I'm having lunch with my mother.
Caalii
Ittansuun! Nama ittanee jiru haa caqasnu.
I'm going to work, as usual.
Caalii
Tole, ammas 'I'm' kan jedhu dhageenye. Xumurri muummeen 'going' kan jedhuudha. Akkasumas namni kun hiikaan isaa kan yeroo baay’ee godhan tokko jechuu kan ta’e 'as usual' kan jedhus fayyadameera.
Phil
And let's practise the pronunciation together. Notice how 'to' in 'going to work' sounds like 'tuh'. Repeat after me:
I'm going to work as usual.
I'm going to work as usual.
Caalii
And, we have one more. Namni dhumarra sun maal gochuuf qindeeffatee?
I'm not doing anything. It's my day off.
Caalii
Isaan waayyu hojjechaa hinjirru jedhan, that they are 'not doing anything'. Yaadadhu hima negetiiv gochuuf 'to be' booda 'not' galchita. Akkasumas ibsa gaarii ta'e achitti fayyadamani- 'it's my day off' - guyyaa hojii hinhojjenneedha jedhani.
Phil
When you can say 'I'm not doing anything' remember that it's important to stress the 'not'. Repeat after me:
I'm not doing anything.
I'm not doing anything.
Caalii
Thanks, Fiil, malawwan karoora egeree itti qindeesssan kana hunda akka itti dubbatan barateetta. Ammi ammo yeroo itti shaakaltuudha.
Mana sinimaa deemuun fiilmii ‘daawwachuu’ akka saganteeffatte godhi yaadi. Akkamitti dubbattaa? Dubarra kan Fiil jedhu waliin walbiraqabi ilaali.
Phil
I'm seeing a film at the cinema.
Caalii
Did you say the same? Akkasumas 'I'm going to see a new film' jechuu ni dandeessa turte.
Ammammoo karoora namni beektu tokko galgala kana qabu ‘this evening’ gaafachuun barbaada jedhii yaadi; Akkamitti dubbataa? Xumura 'do' jedhu fayyadami. Boodarra Kan fiil jedhu waliin walbira qabii ilaali.
Phil
Are you doing anything this evening?
Caalii
Did you say the same?
Phil
Well done! Now you know how to talk about future arrangements!
Caalii
Great! Are you practising English this week? Bye!
Phil
Bye!
Learn more!
1. Waa’ee karoora fuulduraa dubbachuuf hennaa kamitti fayyadamnaa?
Kanaaf hennaa mma raawwataa jiru fayyadamna. Taateen tokko qabatamaatti raawwachuudhaaf akka jiru kan beeknu yoo ta’e ykn akka raawwatuuf aanjeffanneerra yoo ta’e hennaa amma raawwataa jiru fayyadamuu dandeenya.
2. Akkamittin isa ijaaraa?
Positiiviin isaa:
I'm having dinner with my mother. > raawwataa + bifa henna ammaa kan ‘be’ + gocha-‘ing’
The negative is:
I'm not having dinner with my mother. > raawwataa + bifa hennaa ammaa kan ‘be’ + not + gocha-‘ing’
Gaafiin isaa:
Are you having dinner with your mother? > Bifa hennaa ammaa kan ‘Be’ + raawwataa + gocha-‘ing’?
Kottoonfattoota/Bifawwan gabaabsuu
'I am' - 'I'm' ta’a.
'You are' - 'You're' ta’a.
'He is' - 'He's' ta’a.
'We are' - 'We're' ta’a.
3. Faayidaan hennaa amma raawwataa jiruu kan biraan jiraa?
Yes, hennaan amma raawwachaa jiru wantota biroo kan akka waan ammaan kana deemsifamaa jiranii ibsuuf waan fayyadamnuuf ofeeggannoo taasisi. Sababa qabxiilee qabiiyyee keessatti arginuun ykn yeroowwan eeramaniin waa’ee yeroo ykn waa’ee waan dubbachaa jirruu tokkoo beekuu dandeenya. Fakkeenyaaf:
I'm having dinner with my mother at the moment.
I'm having dinner with my mother tomorrow.
How do I talk about future arrangements?
5 Questions
Choose the correct answer
Deebii sirrii ta’e fili.
도움
엑티비티
Choose the correct answer
Deebii sirrii ta’e fili.
힌트
Waan anjjeeffanne/karoorfanne tokkoof hennaa kam fayyadamnaa?Question 1 of 5
도움
엑티비티
Choose the correct answer
Deebii sirrii ta’e fili.
힌트
Aanjeffamni/karoorri godhameera?Question 2 of 5
도움
엑티비티
Choose the correct answer
Deebii sirrii ta’e fili.
힌트
Akkamitti henna amma raawwachaa jiru ijaaru dandeenyaa?Question 3 of 5
도움
엑티비티
Choose the correct answer
Deebii sirrii ta’e fili.
힌트
Hennaa amma raawwataa jiru bifa negetiviitiin ijaaruuf jecha maalii fayyadamnaa? Baakka kamitti gala?Question 4 of 5
도움
엑티비티
Choose the correct answer
Deebii sirrii ta’e fili.
힌트
Gaafii adda addaa bifa henna amma raawwachaa jirurruun akkamiin ijaarra? Jechoonni tartiiba kamiin galu?Question 5 of 5
Excellent!Great job!네 안타깝군요이번 점수입니다:
Tell us what you are doing this week on our Facebook group!
Waan torban kana keessa hojjetaa jirtu garee Feesbuukii keenyaarratti nutti himi.
Join us for our next episode of How do I…, when we will learn more useful language and practise your listening skills.
Qooqa daran faayida-qabeessa ta’an dabalataa kan keessatti barannuufi dandeettiiwwan caqasuukee kan ittiin shaakaltu sagantaa keenya ‘How to… ‘n yeroo ittaanu walitti deebina.
Session Vocabulary
as usual
akkuma baramettiday off
guyyaa hojii hindeemne/boqonnaalisten to music
muuziqaa caqasuucinema
sinimaa