유닛 1: How do I...
유닛 고르세요
- 1How do I...
- 2Unit 2
- 3Unit 3
- 4Unit 4
- 5Unit 5
- 6Unit 6
- 7Unit 7
- 8Unit 8
- 9Unit 9
- 10Unit 10
- 11Unit 11
- 12Unit 12
- 13Unit 13
- 14Unit 14
- 15Unit 15
- 16Unit 16
- 17Unit 17
- 18Unit 18
- 19Unit 19
- 20Unit 20
- 21Unit 21
- 22Unit 22
- 23Unit 23
- 24Unit 24
- 25Unit 25
- 26Unit 26
- 27Unit 27
- 28Unit 28
- 29Unit 29
- 30Unit 30
- 31Unit 31
- 32Unit 32
- 33Unit 33
- 34Unit 34
- 35Unit 35
- 36Unit 36
- 37Unit 37
- 38Unit 38
- 39Unit 39
- 40Unit 40
세션 12
Listen to find out how you can ask to do something in English.
Waantokko hojjachuuf akkamitti Afaan Ingiliziitiin gaafachuu akka dandeessu hubachuuf caqasi.
엑티비티 1
How do I make requests?
Malawwan ittiin waan tokko hojjachuuf gaafatan kanneen keessaa kam hiriyaakeef fayyadamta?
Can I…?
Could I…?
Do you mind if I…?
መልስዎን ለማማሰካር ማዳመጥዎን ይቀጥሉ። ከዚያም ከታች ካለው ፅሁፍ ጋር ያወዳድሩት።

Caalii
Yooyyaa! Gara sagantaa barnootaa How do I…tti baga nagaan dhufte! An Caaliidha. Saam na waliin jirti.
Sam
And I'm Sam. Hello, everybody!
Caalii
Kutaa kana keessatti, waan tookko gochuu danda’uukee malawwan itti fayyadamnee gaaffachu mallu garaagaraa ilaalla. Namoota waantokko gochuuf gaafatan caqsuun haa eegallu. Ammaaf hundisaanii maal gochuuf akka gaafatan qalbeeffadhu.
Can I sit here, please?
Could I sit here, please?
Do you mind if I sit here?
Caalii
Tole, egaa tokkoon tokkoonsaanii as taa’uu - ‘sit’ - yoo danda’aniif gaafachaa turan. Egaa Saam, gaafiiwwan gaaffachuuf qooqa fayyadamu mallu haa ilaalluu?
Sam
Yes! The first speaker used the verb ‘can’. This is very common for making requests.
Caalii
Eeyee. Gaafii waan ta’eef bakka raawwataa fi gochaa waljijiirsisu akka qabdu hindagatiin. So ‘Can I…?’ not 'I can…'. Like this:
Can I sit here, please?
Sam
So you can use this to make many different requests. Like this:
Can I speak to you?
Caalii
Siiwaliin dubbachuu danda’aa?
Egaa, 'Can I…?' booda gocha (bu’ura ) ta’e si barbaachisa.
Sam
It's often polite to say 'please' too. Now, let’s quickly practise the pronunciation together! Repeat after me:
‘can’
‘Can I…’
‘Can I sit here, please?’
OK, great! So now let's look at another way to make a request – we also heard 'Could I…?' We can use this in the same way as 'Can I…?' but 'could' is more polite than 'can'.
Caalii
Eeyee, kanaafuu gaafiin 'Could I…?', gaafii 'Can I…?' irra caalaa qajeelaafi kabaja qabeessa. Let’s practise the pronunciation of this.
Sam
'could'
‘Could I sit here, please?’
Caalii
Tole, mala dabalataa gaafii ittiin dhiheessinu tokko ni qabna. Haa ta’u malee kun isa caalaa kabaja qabeessa, akkas mitii?
Sam
Yes, so we also heard 'Do you mind if I…?' Let's listen again:
Do you mind if I sit here?
Caalii
Egaa waantokko hojjachuuf haala baay’ee ulfina qabeessa ta’een gaafachuu yoo barbaadde, ‘Do you mind if I…?’ jettee gocha ittaansuudhaan gaafachuu dandeessa. Gaafii dhiheessita waanta’eef akkaataan ittiin sagaleessitu ol ka’uu qaba.
Sam
Yes, let's practise that quickly:
‘Do you mind if I…?’
…and you can follow it with any request.
Caalii
Tole egaa, foddaa banuu yoo feete akka ittaanu jechuu dandeessa.
Do you mind if I open the window?
Caalii
Amma haalawwan gaafii ittiin dhiheessan sadii baratteetta; ammammoo, yeroon kan itti shaakaltuudha. Deebiikee kan Saam waliin walbira qabii ilaali.
Tole, qalamakee(kobbeekee) waan irraanfatteef hiriyaakeerraa tokko ergifachuu barbaadde haa jennu. Akkamitti gaafatta? Jechi si gargaaruu danda’u muraasni kunooti – ergifachuun ‘borrow’ dha. Egaa namni kun hiriyaakee kan itti dhihaattu waan ta’eef, gaafiinkee haalaan kan kabajaa gochuun sirraa hineegamu.
Sam
Can I borrow your pen, please?
Caalii
Ammammoo hojiirraa dursitee gara manaa deemuu yoo dandeesseef hogganakee gaaffachuu barbaada. Kanaafuu haala kabajaa agarsiisu ‘could’ fayyadami.
Sam
Could I go home early, please?
Caalii
Dhumarratti, bilbilakee gatteetta; akkasumas dhimma cimaadhaaf bilbilachuu barbaadde haa jennu. Nama hinbeeknerra bilbilasaanii ergifachuu yoo dandeesseef gaafadhu. Haala baay’ee kabaja qabeessa ta’een gaaffachuun waan sirra jiruuf 'mind' fayyadami.
Sam
Do you mind if I borrow your phone?
Ok, so now you know how to ask to do things in English – find a friend and ask them if you can borrow something!
Caalii
Good idea! Sangantaalee ‘How do I…’ dabalataaf dhiheenyatti walitti deebina. Nagaatti! Bye!
Sam
Bye!
Learn more!
1. Hojii tokko raawwachuuf gaafachuu yoon barbaade malawwan garagaraa maalin fayyadamuu danda’a?
Kanneen ittaanan fayyadamuu dandeessa:
Can I…?
Could I…?
Do you mind if I…?
2. Ijaarsa/Ijaarsawwan kamtu irra caalaa kabaja-qabeessa?
'Can I…?' hundaafuu ni ta’a, 'Do you mind if I…?' inni jedhummoo haalaan kabaja-qabeessa.
3. Ijaarsa tokko tokkoosaanii keessatti gocha bifa akkamii fayyadamuu qabna?
Ijaarsa tokkoo tokkoosaanii booda ramaddii nam-jalqabaa si’a ammaatiin fayyadami.
Can I open…?
Could I open…?
Do you mind if I open…?
Akkamittin gaafii dhiheessaa?
3 Questions
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
도움
엑티비티
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
힌트
Waa’ee tartiiba jechaa yaadi – gaafiin jiru kana.Question 1 of 3
도움
엑티비티
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
힌트
Kun, nama biraa kan jeequ yoo ta’eef gaafataa jirta.Question 2 of 3
도움
엑티비티
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
힌트
Yaadadhu – gaafiwwaan waa adda addaa ittiin gaaffatan haala kabajaa qabeessa ta’een dhihaachuu qaba.Question 3 of 3
Excellent!Great job!네 안타깝군요이번 점수입니다:
What was the last request you made? Was it to a friend, a boss, a family member? Tell us on our Facebook group!
Gaafiin dhumarratti dhiheessite maal ture? Hiriyaa, ittigaafatamma hojiifi moo miseensa maatiif dhiheessite turee?
Join us for our next episode of How do I… when we will learn more useful language and practise your listening skills.
Qooqa daran faayida-qabeessa ta’an dabalataa kan keessatti barannuufi dandeettiiwwan caqasuukee kan ittiin shaakaltu sagantaa keenya How do I…'n yeroo ittaanu walitti deebina.