Unit 1: How do I...
Select a unit
- 1How do I...
- 2Unit 2
- 3Unit 3
- 4Unit 4
- 5Unit 5
- 6Unit 6
- 7Unit 7
- 8Unit 8
- 9Unit 9
- 10Unit 10
- 11Unit 11
- 12Unit 12
- 13Unit 13
- 14Unit 14
- 15Unit 15
- 16Unit 16
- 17Unit 17
- 18Unit 18
- 19Unit 19
- 20Unit 20
- 21Unit 21
- 22Unit 22
- 23Unit 23
- 24Unit 24
- 25Unit 25
- 26Unit 26
- 27Unit 27
- 28Unit 28
- 29Unit 29
- 30Unit 30
- 31Unit 31
- 32Unit 32
- 33Unit 33
- 34Unit 34
- 35Unit 35
- 36Unit 36
- 37Unit 37
- 38Unit 38
- 39Unit 39
- 40Unit 40
Session 18
Listen to find out how to talk about future plans.
Waa’ee karoorawwan fuulduraa akkamitti akka dubbattu hubachuuf caqasi.
Activity 1
How do I talk about future plans?
Karoora kanneen keessaa kamtu mirkana’aadha?
Yes, I’m going to take a Spanish class.
I’d like to take up running three times a week.
I might travel to Scotland to see an old friend.
Deebiikee mirkaneeffachuuf caqasi. Ittaansuun barruu kanaa gad jiru waliin walbira qabii ilaali.

Caalii
Yooyyaa! Gara sagantaa barnootaa How do I…tti baga nagaan dhufte! Ani Caaliidha. Fiil na waliin jira.
Phil
Hello, everybody. Welcome!
Caalii
Kutaa kana keessatti, waa’ee karoora keenya fuulduraa akkaataa ittiin dubbannu ilaalla. Namni tokko namoota biroo sadii waa’ee karoorasaanii yoo gaggaafatu caqasuun haa’eegallu. Hubachuuf kan sirakkisu yoo ta’es hin yaadda’iin, gara boodarraa sigargaarraa. Ammaaf karoorasaanii ilaalchisee eenyu yaada akka jijjiire qalbeeffadhu.
Do you have any plans for this summer?
• Yes, I’m going to take a Spanish class.
• I’d like to start running three times a week.
• I might travel to Scotland to see an old friend.
Caalii
Hubattee? Eeyee, namni jalqabaa Afaan Ispeen barachuuf murteesse! Egaa, Fiil, waa’ee karoorawwan fuulduraa dubbachuuf qooqa fayadamuu dandeenyu haa’ilaalluu?
Phil
Yes, why not?
Caalii
Egaa mee gaafiichaan haa’eegallu. Gaafichi ‘Do you have any plans for…?’ erga jedhee booda ittaansuun yeroo ykn waqtii kan itti dabale ture.
Do you have any plans for next month?
Do you have any plans for next year?
Caalii
Himawwan kanneen hunda keessatti, namoonni waa’ee karoorawwan fuulduraa dubbachaa turan. Nama jalqaba dubbate sana ammas haacaqasnu.
Yes, I’m going to take a Spanish class.
Caalii
‘Going to’ fayyadamani. Waa’ee waan dursine hojjechuu murteesine tokko dubbachuuf kana fayyadamna.
Phil
OK, let’s quickly practise the pronunciation together! Notice that when we say 'going to' it often sounds more like ‘gonna’. 'I’m gonna take a Spanish class’. Repeat after me:
I’m gonna take a Spanish class.
I’m gonna take a Spanish class.
Caalii
Tole! Dubbata lammaffaa ammas haacaqasnu.
I’d like to start running three times a week.
Caalii
Dubbataan kun ‘I’d like’ fiiguu jalqabuu jedhe; gaalee ‘I would like’ yoo gabaabsinu ‘I’d like’ ta’a. Waan danda’amu yookaan tarii danda’amuu hinmallee tokkoo hojjachuuf fedhii qabnu dubbachuuf ‘would like’ fayyadamuu dandeenya.
Phil
OK! Let’s practise the pronunciation again. Remember that we say 'I would' as 'I'd'. Repeat after me:
I’d like to start running three times a week.
I’d like to start running three times a week.
Caalii
Ittaansuun, mee nama ittaanu haacaqasnu.
I might travel to Scotland to see an old friend.
Caalii
Gocha yookaan xumura barbaachisaa ta’e ‘might’ jedhutu asitti argama. Kana jechuun waanti tokko akka danda’amu, garuammoo dhibbaa dhibbatti qabatamaa ta’uu dhiisuus akka malu kan agarsiisuudha. Akkasumas jecha ‘tarii’ ykn ‘might’ jedhu booda, gochi ‘to’ jedhu akka itti hindabalamne hubadhu - dubbatichi, ‘I might travel’ jedhe.
Phil
And let’s practise the pronunciation together. Notice how 'to' in 'travel to Scotland' sounds like 'tuh'. Repeat after me:
I might travel to Scotland.
I might travel to Scotland.
Caalii
Thanks, Phil. Egaa, malawwan gargaraa karoorawwan fuulduraa ittiin dubbatn barteetta; ammammoo yeroon kan itti shakaltuudha.
Bori gara mana hiriyaakeetiitti konkolaataakeen deemuu akka murteessite yaadi. Maal jettee dubbatta? Boodarra deebii Fiil waliin walbira qabii ilaali.
Phil
I'm going to drive to my friend’s house tomorrow.
Caalii
Did you say the same? Gaafa Sanbataa godaambaa daaw’achuuf akka barbaaddu tti yaadi. Maal jettee duubbatta? Gocha ‘visit’ jedhu fayyadami. Boodarra deebii Fiil waliin walbira qabii ilaali.
Phil
I’d like to visit a museum on Saturday.
Caalii
Atis akkasuma jette? Gaafii isa xumuraaf, dilbataa dhufu qarqara galaana deemuu akka dandeessu yaadi. Asitti gocha ‘go’ fayyadami.
Phil
I might go to the beach on Sunday.
Caalii
Did you say the same?
Phil
Well done! Now you know how to talk about future plans!
Caalii
Misha! Barnoota How do I….dabalataan yeroo ittaanu walitti deebina! Bye!
Phil
Bye!
Learn more!
1. Waa’ee karoora fuulduraa mirkanatti akkamittan dubbadha?
Waa’ee karoorawwan dursinee raawwachuuf murteessinee dubbchuuf ‘be + going to’ fayyadamuu dandeenya. Yaadadhu, jechi ‘be’ akkaataa ramaddii namootaatiin jijjiirama.
I am going to meet Sarah for a coffee.
She is going to come after work.
We are going to talk about our plans.
2. Waa’ee fedhii fuulduraa akkamitti dubbachuu dandeenya?
Danda’amanis dadhabamanu baatanis waa’ee wantoota fuulduratti hojjchuuf feenuu ‘would like to’ fayyadamuun dubbachuu dandeenya. ‘Would’ yeroo baay’ee gara ‘'d’ tti gabaabbata.
I’d like to study Italian.
We’d like to go abroad this summer.
She’d like to meet some new people.
3. Waa’ee wanta fuulduratti raawwatamuu danda’uu tokko akkamitti dubbachuu dandeenya?
Waa’ee wanta danda’amuu tokko dubbachuuf ‘might’ fayyadamuu dandeenya. Duubasaatti gocha infiniitiivii, ‘to’ hinqabne akka fayyadamnu yaadadhu.
I might go swimming.
We might watch a film.
He might take a day off work.
4. Karoorawwan fuulduraaf gaafii akkamii fayyadamuu dandeenyaa?
‘Do you have any plans for…?’ jennee gaafachuun yeroo itti dabaluu dandeenya.
Do you have any plans for next month?
Does he have any plans for next year?
Do we have any plans for this summer?
How do I talk about future plans?
4 Questions
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
ድጋፍ
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
ፍንጭ
Waa’ee wantota hojjachuuf murteessite tokkoo akkamitti dubbanna?Question 1 of 4
ድጋፍ
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
ፍንጭ
Waa’ee fedhii fuulduraa akkamitti dubbachuu dandeenya?Question 2 of 4
ድጋፍ
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
ፍንጭ
Waa’ee wantoota raawwatamuu danda’anii akkamitti dubbanna?Question 3 of 4
ድጋፍ
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
ፍንጭ
Waa’ee karoorrawwanii gaafachuudhaaf maqduree maalii fayyadamnaa?Question 4 of 4
Excellent!Great job!መጥፎ እድል ነጥብ አስመዝግበዋል :
Tell us if you have any plans for this week on our Facebook group!
Torban kanaaf karoorawwan wayii yoo qabaatte, fuula Feesbuukii keenyaarratti nutti himi.
Join us for our next episode of How do I…, when we will learn more useful language and practise your listening skills.
Qooqa daran faayida-qabeessa ta’an dabalataa kan keessatti barannuufi dandeettiiwwan caqasuukee ittiin shaakaltu sagantaa keenya ‘How do I… ‘n yeroo ittaanu walitti deebina.