Unit 1: Essential English Conversation
Select a unit
- 1Essential English Conversation
- 2Unit 2
- 3Unit 3
- 4Unit 4
- 5Unit 5
- 6Unit 6
- 7Unit 7
- 8Unit 8
- 9Unit 9
- 10Unit 10
- 11Unit 11
- 12Unit 12
- 13Unit 13
- 14Unit 14
- 15Unit 15
- 16Unit 16
- 17Unit 17
- 18Unit 18
- 19Unit 19
- 20Unit 20
- 21Unit 21
- 22Unit 22
- 23Unit 23
- 24Unit 24
- 25Unit 25
- 26Unit 26
- 27Unit 27
- 28Unit 28
- 29Unit 29
- 30Unit 30
- 31Unit 31
- 32Unit 32
- 33Unit 33
- 34Unit 34
- 35Unit 35
- 36Unit 36
- 37Unit 37
- 38Unit 38
- 39Unit 39
- 40Unit 40
Session 6
Listen to find out how to ask if someone is married.
Namni wayii gaahila godhachuu isaa/ishee akkaataa itti gaafatamu hubachuuf caqasi.
ክፍለጊዜያት 6 ነጥብ።
0 / 4
- 0 / 4Activity 1
Activity 1
Are you married?
Listen to find out how to ask if someone is married.
Namni wayii gaahila godhachuu isaa/ishee akkaataa itti gaafatamu hubachuuf caqasi.
Listen to the audio and take the quiz. Sagalee kana caqasiitii qorami.

Ammayyuu
Yooyyaa! Barataan Afaan Ingilizii kamiyyuu isa malee baruu kan hindandeenye qooqa barbaachisoo kan siif dhiheessu, gara Essential English Conversation, baga nagaan dhufte. Ani Ammayyuudha. Kutaa kana keessatti namoonni gaahila godhachuusaanii akkaataa ittiin gaafatan ni baratta.
Namoonni lama gaa’ila godhachuusaanii yeroo walgaafatan caqasi.
Sue
Are you married?
Mark
No, I’m not, but I’m engaged. How about you?
Sue
Yes, I am.
Ammayyuu
Hubachuuf yoo si rakkise, hinyaadda’in; shaakaluuf akka sigargaaru haasawicha addaan qoodna.
Suun Jalqaba, ‘are you married?’ ‘gaa’ila godhatteettaa/fuutettaa?’ jechuun Maark gaafatte. Kuni gaaffii namni eyyee ykn lakki jedhee deebisuuti; jechuunis deebiin isaa ‘eyyee’ ykn ‘lakki’ ta’a. Gaalicha caqasiiti irra-deebi’i.
Are you married?
Are you married?
Ammayyuu
‘No, I’m not,’ ‘Lakki ani hinfuune’ jedhe Maark. Achiimmoo ‘But I’m engaged’ ‘Garuu, kaadhimmadheeraa’ jedhe.
Haala irra jirtuurratti hundooftee ‘I’m single’ ‘ani qeerroodha’, ‘I have a partner’ ‘kaadhimaa/jaalallee qaba’ yookaan immoo ‘I’m divorced’ ‘hiikeera’ jechuullee dandeessa. Kan ittaanu caqasi.
No I’m not, but I’m engaged.
No I’m not, but I’m engaged.
Ammayyuu
Achii Maark gaaffii itti aanu gaafate. ‘How about you?’ ‘atihoo?’ Gaaffii walfakkaataa nama biraa gaafachuuf gaaffii akkasii fayyadamna. Gaalicha caqasiiti irra deebi’i.
How about you?
How about you?
Ammayyuu
Suun deebii eeyyee yookiin lakki jedhuun Maarkiif deebiste. ‘Yes, I am’ ‘Eeyyee ani heerumeera’ jette. Gaalicha caqasiiti irra-deebi’i.
Yes, I am.
Yes, I am.
Ammayyuu
Dansa. Amma namoonni adda addaa waa’ee bultii ijaarrachuu isaanii yeroo walgaafatan caqasiitii isa ati jette waliin walbira qabii mirkaneeffadhu.
Are you married?
Yes, I am. How about you?
No, I’m not. I’m single.
Are you married?
No, I’m not. I’m divorced. How about you?
Yes, I am.
Are you married?
Yes, I am. How about you?
No, I’m not. I have a partner.
Ammayyuu
Gaariidha! Afaan Ingilizii hangam akka yaadattu haa ilaallu. Himoota Afaan Oromootiin caqasiiti Afaan Ingiliziin maal akka ta’an dubbadhu.
Gaa’ila godhattee?
Are you married?
Lakkii ani gaa’ila hingodhanne garuu kaadhimmadheera.
No, I’m not, but I’m engaged.
Atihoo?
How about you?
Eeyyee, Ani gaa’ila godhadheera.
Yes, I am.
Ammayyuu
Gaariidha, ammammoo waantoota ijoo har’a baranne dhaggeeffachuuf guutummaa haasawichaa irra-deebi’ii caqasi.
Sue
Are you married?
Mark
No, I’m not, but I’m engaged. How about you?
Sue
Yes, I am.
Ammayyuu
Baay’ee Gaariidha! Amma Afaan Ingiliziin namoonni bultii ijaarrachuu/gaa’ila godhachuu isaanii gaafachuu fi gaaffiiwwan eeyyee ykn lakki jechuun deebifaman deebisuu dandeessa. Waan hanga yoonaatti baratte shaakaluu akka hin daganne. Hiriyyaa barbaadiiti fuudhuu isaa ykn heerumuu ishee Afaan ingiliziin gaafadhu. Akkasumas ‘How about you?’ jechuun gaaffii walfakkaataa deebistee gaafachuu hindagatin.
Barnoota Essential English Conversation dabalataaf yeroo itti-aanu walitti deebina. Nagaatti!
Check what you’ve learned by putting the words in the correct order.
Jechoota tartiiba sirriin kaa’uun waan baratte mirkaneeffadhu.
Are you married?
4 Questions
Put the words in the correct order.
Jechoota tartiiba sirrii ta’en tarreessi.
ድጋፍ
Activity
Put the words in the correct order.
Jechoota tartiiba sirrii ta’en tarreessi.
ፍንጭ
'Are' jecha jalqabaa.Question 1 of 4
ድጋፍ
Activity
Put the words in the correct order.
Jechoota tartiiba sirrii ta’en tarreessi.
ፍንጭ
'not' jecha xumuraa.Question 2 of 4
ድጋፍ
Activity
Put the words in the correct order.
Jechoota tartiiba sirrii ta’en tarreessi.
ፍንጭ
'am' jecha xumuraa.Question 3 of 4
ድጋፍ
Activity
Put the words in the correct order.
Jechoota tartiiba sirrii ta’en tarreessi.
ፍንጭ
'single' jecha jalqabaa.Question 4 of 4
Excellent!Great job!መጥፎ እድል ነጥብ አስመዝግበዋል :
Join us for our next episode of Essential English, when we will learn more useful language and practise your listening skills.
Barnoota Essential English ittaanu kan dandeettii caqasuukee ittiin shaakaltuufi qooqa barbaachisoo barannutti walitti deebina.
Shaakala dabalataaf miseensa garee Feesbookii keenyaa ta’i!
Session Vocabulary
Are you married?
Gaahila godhattee?
No, I’m not.
Lakki, ani gaahila hingodhanne.
Yes, I am.
Eeyyee, ani gaahila godhadheera.
I’m married.
Ani gaahila godhadheera.
I’m single.
Ani qeerroodha.
I’m divorced.
Ani hiikeera.
I’m engaged.
Ani Kaadhimmadheera
How about you?
Atihoo?