
Fonqolcha mootummaa milkaa'aa waggaa 70 darban Afriikaatti gaggeeffaman
Bara 1952 yeroo Mootiin Faaruuk Masrii dursaa biyyaa jalqabaa aangoorraa kaafaman ta'anii kaasee, biyyoota Afriikaa gara 36 ta'an keessatti fonqolchi mootummaa milkaa'aan 130 raawwatamaniiru.
Dureewwan Afriikaa Fonqolchaan aangoorraa buufaman
- Pirezidantii
Gaaboon
Dabalataan dubbisi... Mohaamad Baazuum
PirezidantiNiijar
Dabalaan dubbisi...Pool- Heenarii Saandaawoogoo Daamiibaa
Pirezidantii YerooBurkiinaa Faassoo
Dabataan dubbisi...Roochaa Kaaboree
PirezidantiiBurkiinaa Faassoo
Dabataan dubbisi...Abdallaa Haamdok
Ministira MuummeeSudaan
Dabalataan dubbisi...Alfaa Koondee
PirezidantiiGiinii
Dabalata dubbisi...Baah Nidaawu
PirezidantiiMaalii
Dabalata dubbisi...Ibraahim Bubaakaar Keeyitaa
PirezidantiiMaalii
Dabalata dubbisi...Omaar al- Baashir
PirezidantiiSudaan
Dabalataan dubbisi...Roobarti Mugaabee
PirezidantiiZimbaabwe
Dabalataan dubbisi...Bileeyiz Kompoowooree
PirezidantiiBurkiinaa Faassoo
Dabalataan dubbisi...Mohaammad Mohaammad Morsii
PirezidantiiMasrii
Dabalataan dubbisi...Firaansuw Boziiz Yaanguvondaa
PirezidantiiRiipablika Jidduugala Afriikaa
Dabalata dubbisi...Amaaduu Tumaanii Turee
PirezidantiiMaalii
Dabalata dubbisi...Mu'aammar Gaadaafii
Dursaa BiyyaaLiibiyaa
Dabalataan dubbisi...Looranti Baagboo
PirezidantiiAyiivoorii Koosti
Dabalataan dubbisi...Hoosnii Mubaaraak
PirezidantiiMasrii
Dabalataan dubbisi...Ziin El Abiidiin Been Alii
PirezidantiiTuuniziiyaa
Dabalataan dubbisi...Maanaaduu Taanjaa
PirezidantiiNiijar
Dabalata dubbisi...Kaapiteen Muusaa Daadiisaa Kaamaaraa
PirezidantiiGiinii
Dabalataan dubbisi...Maark Raavaalomaanaanaa
PirezidantiiMaadaagaaskaar
Dabalataan dubbisi...Abuubakar Sompaaree
PirezidantiiGiinii
Dabalataan dubbisi...Siidii Uldi CheeYiik Abdallaahii
PirezidantiiMoriitaaniiyaa
Dabalata dubbisi...Maawuyaa Ulid Siid Ahimad Taayaa
PirezidantiiMoriitaaniiyaa
Dabalataan dubbisi...Firaadiik Da Meenzees
PirezidantiiSaa'oo Toomee fi Piriinsiipee
Dabalata dubbisi...Angee- Feeliiksi Paataasee
PirezidantiiRiipablika Jidduugala Afriikaa
Dabalataan dibbisi...Heenarii Koonaan Beediiye
PirezidantiiAyiivoorii Koosti
Dabalataan dubbisi...Jaawoo Beernaardoo Viiyeeraa
PirezidantiiGiinii Biisaawu
Dabalataan dubbis...Taajidine Been Sayiid Maasonde
PirezidantiiKomoroos
Dabalata dubbisi...Ibraahim Baaree Maayinaasaaraa
PirezidantiNiijar
Dabalataan dubbisi...Joonii Pool Koroomaa
Dursaa BiyyaSiiraa Liiyoon
Dabalataan dubbisi...Paaskaal Lisuubaa
PirezidantiiKoongoo
Dabalata dubbisi...Ahimaad Teejaan Kaabah
PirezidantiiSiiraa Liiyoon
Dabalata dubbis...Mobutuu Sesee Seekkoo
PirezidantiiDr Koongoo
Dabalata dubbisi...Siilveestar Nitiibaantungaanyaa
PirezidantiiBuruundii
Dabataan dubbisi...Mohaammad Faaraah Ayidiid
PirezidantiiSomaaliyaa
Dabalataan dubbisi...Maahaamaane Usmaanee
PirezidantiiNiijar
Dabalataab dubbisi...Vaalantaayiin Stiraasar
Dursaa BiyyaaSiiraa Liiyoon
Dabalataan dubbisi...Mohaammad Sayid Johaar
PirezidantiiKomoroos
Dabalataan dubbisi...Miigeel Tirovoodaa
PirezidantiiSaa'oo Toomee fi Piriinsiipee
Dabalata dubbisi...Daawdaa Kaa'iraabaa Jaawaaraa
PirezidantiiGaambiiyaa
Dabalataan dubbisi...Ernast Shoonkaan
PirezidantiiNaayijeeriyaa
Dabalataan dubbisi...Jooseef Momooh
PirezidantiiSiiraa Liiyoon
Dabataan dubbisi...Chaadli Benjeediid
PirezidantiiAljeeriyaa
Dabalata dubbisi...Jastiin Lekaaniyaa
PirezidantiiLesootoo
Dabalata dubbisi...Muusaa Tiraaworee
PirezidantiiMaalii
Dabalataan dubbisi...Mohaammad Siyaad Baarree
PirezidantiiSomaaliyaa
Dabalataan dubbisi...Hiseenee Haabre
PirezidantiiChaad
Dabalataan dubbisi...Saamu'el Doo
Dursaa BiyyaaLaayibeeriyaa
Dabalataan dubbisi...Ahimad Abdallaah Abderemaanee
PirezidantiiKomoroos
Dabalataan dubbisi...Saadiiq al- Maahdii
Ministira MuummeeSudaan
Dabalataan dubbisi...Habiib Burgiibaa
PirezidantiiTuuniziiyaa
Dabalataan dubbisi...Toomaas Sankaaraa
PirezidantiiBurkiinaa Faassoo
Dabalata dubbisi...Joon- Baaptisti Baagaazaa
PirezdantiiBuruundii
Dabalataa dubbisi...Tiitoo Lutwaa Okeeloo
PirezidantiiYugaandaa
Dabalataan dubbisi...Lii'abuwaa Jonaataan
Ministira MuummeeLesootoo
Dabalataan dubbisi...Muhaammadu Buhaarii
PirezidantiiNaayijeeriyaa
Dabalataan dubbisi...Miltan Obootee
PirezidantiiYugaandaa
Dabalataan dubbisi...Gaafaar Muhaammad al- Nimeerii
Dursaa BiyyaaSudaan
Dabalataan dubbisi...Mohaammad Koonaa Uldi Haayidaalaa
PirezidantiiMoriitaaniiyaa
Dabalataan dubbisi...Liiwiis Laanaasaanaa Biiyaavogwii
Pirezidantii YerooGiinii
Dabalataan dubbisi...Sheehuu Shaagaarii
PirezidantiiNaayijeeriyaa
...Jaan- Baaptiist Odiraawogoo
PirezidantiiBurkiinaa Faassoo
Dabalata dubbisi...Saayee Zerboo
PirezidantiiBurkiinaa Faassoo
Dabatala dubbisi...Gokoonii Odeeyii
PirezidantiiChaad
Dabalata dubbisi...Hiilaa Liimaan
PirezidantiiGaanaa
Dabalataan dubbisi...Deeviid Daakaa
PirezidantiiRiipablika Jidduugala Afriikaa
Dabalataan dubbisi...Saangulee Laamizaanaa
PirezidantiiBurkiinaa Faassoo
Dabalata dubbisi...Liiwiis Kaabraal
PirezidantiiGiinii Biisaawu
Dabalataan dubbisi...Goodfiree Biinaayisaa
PirezidantiiYugaandaa
Dabalataan dubbisi...Wiiliiyaam Tolbeert
PirezidantiiLaayibeeriyaa
Dabalata dubbisi...Mohaammad Maahmuud Uldi Laawuulii
PirezidantiiMoriitaaniiyaa
Dabalata dubbisi...Joon- Beedeel Bookaasaa
Pirezodantii/MootiiRiipablika Jidduugala Afriikaa
Dabalataan dubbis...Firaansiskoo Maasiiyaas Niguweemaa
PirezidantiiIkuwaatoriyaal Giinii
Dabalata dubbisi...Yusuufuu Lulee
PirezidantiiYugaandaa
Dabalata dubbisii...Fireed Akufoo
PirezidantiiGaanaa
Dabalataan dubbisi...Musxafaa Ulid Saaleek
PirezidantiiMoriitaaniiyaa
Dabalata dubbisi...Idi Amiin Daadaa
PirezidantiiYugaandaa
Dabalataan dubbisi...Jo'aakiim Yoombii- Opaangoo
PirezidantiiKoongoo
Dabalata dubbisi...Moktaar Ulid Daadaah
PirezidantiiMoriitaaniiyaa
Dabalata dubbisi...Iginaatiyaas Kuutuu Achiyaampoong
Dursaa BiyyaaGaanaa
Dabalataan dubbisi...Alii Soyiliih
PirezidantiiKomoroos
Dabalataan dubbisi...Tafarii Bantii
PirezidantiiItoophiyaa
Dabalataan dubbisi...Jeemsi Maanchaam
PirezidantiiSiisheelsi
Dabalata dubbisi...Misheel Miikomberoo
PirezidantiiBuruundii
Dabalata dubbisi...Ahimad Abdallaah Abderemaane
PirezidantiiKomoroos
Dabalataan dubbisi...Yaakuubuu Goowoon
PirezidantiiNaayijeeriyaa
Dabalataan dubbisi...Firaansuwaa Tombaalbaaye
PirezidantiiChaad
Dabalata dubbisi...Riichaard Raatisimaandiraavaa
Dursaa BiyyaaMaadaagaaskaar
Dabalataan dubbisi...Gaabri'el Raamaanaanso'aa
PirezidantiiMaadaagaaskaar
Dabalata dubbisi...Amaan Mikaa'el Andoom
Dursaa BiyyaaItoophiyaa
Dabalataan dubbisi...Haayila Sillaasee I
MootiiItoophiyaa
Dabalata dubbisi...Haamaanii Doorii
PirezidantiiNiijar
Dabatalaan dubbisi...Giriigooyir Kaayibaandaa
PirezidantiiRuwaandaa
Dabalata dubbisi...Jastiin Ahomaadeegbee Tomeetiin
PirezidantiiBeeniin
Dabalataan dubbisi...Fiilibarti Siraanaanaa
PirezidantiiMaadaagaaskaar
Dabalata dubbisi...Dr Koofii Buusiyaa
Ministira MuummeeGaanaa
Dabalataan dubbisi...Miiltoon Obootee
PirezidantiiYugaandaa
Dabalataan dubbisi...Emiil Darliin Ziinsuu
PirezidantiiBeeniin
Dabalataan dubbisi...Abdiraashiid Alii Shaarmaarke
PirezidantiiSomaaliyaa
Dabalataan dubbisi...Mootii Idiriis I
MootiiLiibiyaa
Dabalata dubbisi...Ismaa'il al-Azsiir
Dursaa BiyyaaSudaan
Dabalataan dubbisi...Modiboo Keyitaa
PirezidantiiMaalii
Dabalaan dubbisi...Alfoonsee Maasaambaa-Debaat
PirezidantiiKoongoo
Dabalata dubbisi...Andreew Jukstoon-Isimiiz
Dursaa BiyyaaSiiraa Liiyoon
Dabalataan dubbisi...Kiristoof Soogloo
PirezidantiiBeeniin
Dabalataan dubbisi...Deeviid Laansaanaa
DursaaSiiraa Liiyoon
Dabalataan dubbisi...Siiyaakaa Siteeveensi
Ministira MuummeeSiiraa Liiyoon
Dubalataan dubbis...Nikoolaas Giruuniitiskii
PirezidantiiToogoo
Dabalata dubbisi...Ntaaree 5ffaa
MootiiBuruundii
Dabalataan dubbisi...Lewoopold Bihaa
Ministira MummeeBuruundii
Dabatalata dubbisi...Kiwaamee Nikurumaah
PirezidantiiGaanaa
Dabalataan dubbisi...Mootii Mutesaa II Bugaandaa
Mootii/PirezidantiiYugaandaa
Dabalata dubbisi...Abuubakar Taafawaa Baaleewaa
Ministira MuummeeNaayijeeriyaa
Dabalataan dubbisi...Mowuriis Yaameegoo
PirezidantiiBurkiinaa Faassoo
Dabalataan dubbiisi...Deeviid Daakoo
PirezidantiiRiipablika Jidduugala Afriikaa
Dabalataan dubbisi...Sooruu- Miigaan Appiitii
Ministira MuummeeBeeniin
Dabalataan dubbisi...Mooyiis Shoombee
Ministira MuummeeDr Koongoo
Dabalataan dubbisi...Ahimad Been Bellaa
PirezidantiiAljeeriyaa
Dabalata dubbisi...Liiyoon Mibaa
PirezidantiiGaaboon
Dabalataan dubbisi...Hubart Maagaa
PirezidantiiBeeniin
Dabalataan dubbisi...Fuulbart Yuuluu
PirezidantiiKoongoo
Dabalata dubbisi...Siilvaanas Oliimpiiyoo
PirezidantiiToogoo
Dabalataan dubbisi ...Paatriis Lumuumbaa
Ministira MuummeeDr Koonkoo
Dabalataan dubbisi...Abdallaah Kaliil
Ministira MuummeeSudaan
Dabalataan dubbisi...Muhaammad VIII al-Amiin
MootiiTuuniziiyaa
Dabalata dubbisi...Muhaammad Naagiwiib
PirezidantiiMasrii
Dabalataan dubbisi...Faaruuk Masrii
MootiiMasrii
Dabalataan dubbisi...
Dambalii haaraa
Afriikaatti waggoota darban sadi keessatti fonqolcha motummaa milkaa'aa saddeetitu mudate. Dambaliin fonqolcha haaraatiis ka yeroo fonqolcha waraanaatii hanga 2020tti erga fonqalchi mootummaa baayyinaan ardiitti mudatan 1970mota booda, xiqqaatee ture.
Aangoo jireenya guutuu
Dureewwan fonqolchaan gara aangootti dhufan tokko tokko waggoota kudhaniif aangoorra turaniiru. Kaan ammoo aangoo qabatanii guyyoota keessatti kaafamaniiru.

Fakkeenyaaf pirezidantiin Ikuwaatoriyaal Giinii, Teewodooroo Obiiyaang Niguweemaan 1997 keessa aangoo erga qabatanii booda waggaa 44'f aanoorra turan.

Kanaanis yeroo ammaatti Afriikaatti dursaa bara dheeraaf aangoorra turan ta'aniiru.
Dureewwan erga aangoorraa kaafamanii booda deebii'an

Qaxanaa fonqolcha motummaa
Biyyoonni qaxanaa Saahil keessatti argamanitti fonqolchi waraanaa gaggeeffameera. Fonqochi mootummaa Niijarii fi Gaaboon kanneen dhiheenya naannoo qaxanaa fonqolchaa jedhamaniitti raawwatamaniidha.
Bara 2020 fi 2021tti fonqolchi waraanaa gaggeeffameera. 2021tti ammoo Chaad, Giiniifi Sudaaniitti fonqolchi raawwatameera. Burkinaa Faasoo bara 2022tti fonqolcha mootummaa lama kessumeesitee jirti. Sudaan malee biyyoonni hunduu Faransaayiin kan koloneeffatamaniidha.
Fonqolchawwan 26 bara 2000n booda raawwataman milkaa'o keessaa 19 kan biyyoota Faransaayin koloneeffataman keessatti raawwatamaniidha. Kunis yaadni dhiibbaan Faransaay Afriikaatti bu'aa hamaa qaba jedhu muraasa biratti akka ka'u taasiseera.
Fonqolcha milkaa'aa 1952 booda Afriikaatti gaggeeffame
Biyyoota Lixaa fi Jidduugala Afriikaa hedduutti fonqolchi milkaa'aan gaggeeffameera. Yoo xinnaatee biyyoota Afriikaa fonqolchi afur mudate 17 keessaa wallakkaan saanii Lixa afriikaatti argamu.
Burkiinaa Faassoo biyya Afriikaa fonqolcha hedduu keessummeesiteedha. Yeroo saddeeti fonqolchi keessatti raawwatameera. Siiraa Liiyooniifi Yugaandaanis yeroo 7 fonqolcha gaggeessuun sadarkaa lammaffaarratti argamu.
Biiyyoota Afriikaa keessaa harka sadii kan ta'aniifi kanneen kibbaa fi Bahatti argaman keessatti fonqolchi milkaa'aan hin mudanne.
Bara 2024 kan waggaa 34 turan Ibraahim Tiraa'oreen addunyaarratti dursaa guyyaa muraasaati. Fonqolcha mootummaa Fulbaana 30, 2022 gaggeeffame hordofuun dursaa Burkinaa Faassoo yeroo ta'an. Isaan dura pirezidantii yeroo kan turan Pool- Heenarii Saandaawoogo Daamiibaa aangorraa kaafaman.
Fonqolcha motummaa waraanaa
Fonqolchi motummaa harki 90nis kan gaggeeffaman deeggarsa waraanaatiin yoo ta'u, parsantaan 4 ammoo kan loltoota mindeeffamaniin raawwatamaniidha. Fonqolchiiwwan gosa biraa kan mormii nagaa, humnoota koloneeffattootaa, finciltootaafi kan masaraa keessatti gaggeeffamaniidha.
Eeboon kan dhufan, eeboon du'u
Irra caalaan dureewwan fonqolchaan aangoo qabatan aangoorraa kaafamaniiru, ykn ajeefamaniiru.

Bara 1972tti Janaraal Iginaatiiyas Kuutuu Acheeyaampaangi, Ministira Mummee Gaanaa karaa dimokiraatwaan filataman, Dr Koofii Busiiyaan haala dhiiga dhangalaaseen aangoorraa kaasan. Waggaa jahaan boodas, erga fonqolcha masaraa keessaatiin aangoorraa kaafaman waggaa booda rasaasaan akka ajjeeffaman itti murtaa'e.

Toomaas Saankaaraa osoo hidhaa manaarra jiranu fonqolcha maqaasaanitiin 1983tti gaggeeffameen Burkiinaa Faasootti pirezidantii ta'e. Saankaaraan Onko. 15, 1987tti garee hidhattootaa Bileyizii Kompaaworeen durfameen ajjeefaman.

Jaafaar Niimiiyirii dursaa Sudaan kan turan Ismaa'iil Al- Ashaarii aangoorraa kaasuudhaan aangoo kan qabatan bara 1969 ture. Jalqaba dursaa garee waraanaa ta'an. Ittaansee ammoo pirezidantii ta'un erga tajaajilanii booda bara 1985tti aangoorraa kaafaman.

Joon - Baaptiist Baagaazaa bara 1976 keessa pirezidantii Buruundii Miikeel Miikombeeroon aangoorraa kaasuudhaan aangoo erga qabatanii waggaa 11 booda aangoo dhiisanii baqannaaf saaxilaman.

Omaar Al- Baashiir bara 1989tti aangootti dhufan. Yeroosis Janaraala Birgeedii waraana Sudaan turan. Fonqolcha waraanaa dursuudhaan bulchiinsa karaa dimokiraasiitiin filatame kuffiisanii aangoo qabatan. Hanga 2019tti aangoo garaagaraatiin Sudaan bulchaa erga turanii booda fonqolchaan arii'ataman.

Firaansaw Booziizee Yaangovondaa Riippablika Jidduugala Afriikaatti erga pirezidantii jahaffaa ta'un 2003tti gara aangootti dhufaniin booda, waggaa 10n booda aangorraa kaafaman.

Aangoo maatii harka tursiisuu

Biyyoota tokko tokkootti aangoon kan ijoolleetti darbuudha. Pirezidantiin Ikuwaatoriyaal Giinii, Firaansuwaa Maasiiyaas Niguweemaa kan haala sukkanneessaan aangoorraa kaafaman, firasaanii Teewodoroo Obiiyaang Niguweemaadhaan. 2024tti Teewodoroon addunyaarratti dursaa mootii hin taanee garuu kan bara dheeraaf aangoorra ture lammaffaa turan.

Looreent Kaabiilaa bara 1997tti Mobutuu Sese Seekkoo fonqolchuudhaan pirezidantii sadaffaa Dr. Koongoo ta'an. Looranti Kaabiilaa wayita eegdoota isaanii keessaa tokkoon ajjeefaman ilmasaanii waggaa 29 Joofees Kaabiilaan bakka buufaman.





































































































































Fonqolcha mootummaa Niijar biyyoota mudde keessatti gahee olaanaa kan bahan eenyu fa’i?
Humna waraanaan mootummaa fonqolchuun Afrikaa keessatti baay'achaa jiraa?
Hogganaan waraanaa Burkinafaasoo fonqolchaan aangoo qabate fonqolchaan buufame