Waraana Itoophiyaa: Waraana Tigraay hawaasa diyaasporaa US qoode afaan lammiileen

Ibsa waa'ee viidiyoo, Waraana Tigraay hawaasa diyaasporaa US qoode afaan lammiileen

Erga waraanni Kaabaa Itoophiyaatti waggaa dura egaleen booda lammiileen biyya garaa garaatti argaman jidduutti garaagarummaan yaadaa mudateera. Keessummoonni keenya har'aas kana himu.