Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Nuukilarri Kooriyaa Kaabaa addunyaaf yaaddoo ta'aa jiru eessaa ka'ee as gahe?
Kooriyaan Kaabaa meeshaaleen waraanaa Nuukilaraa dhukaasuudhaaf malawwan hedduufi kan sadarkaan isaa cimaa ta'e hordofuu itti fufteetti.
Amma gara biyyattiin itti deemaa jirtu kun US, biyyoota hollaafi guutummaa addunyaaf yaaddoo waan ta'e fakkaata.
Kooriyaan Kaabaa meeshaaleen waraanaa Nuukilaraa dhukaasuudhaaf malawwan hedduufi kan sadarkaan isaa cimaa ta'e hordofuu itti fufteetti. Eessaa kaatee as geesse?