‘Dhamdhamni foon dheedhii qurxummii addadha’ – Jiraataa Hawaasaa

Ibsa waa'ee viidiyoo, Foon dheedhii qurxummii nyaachuun magaalaa Hawaasaa keessatti akkaan ho'aa jira.

Foon dheedhii qurxummii nyaachuun magaalaa Hawaasaa keessatti akkaan ho'aa jira. Ogeeyyiin sirna nyaataa garuu of eeggannoon barbaachisa jedhu.