Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Diimaa Noggoo: 'Waa'ee heera biyyaafi kaan filmaanni hin furu. Kan kana furuu danda'u waliigaltee biyyaati'
Diimaa Noggoo (PhD) barataa ta'anii qabsoo kan eegalan yoo ta'u kanneen waggoota dheeraa dura Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) hundeessan keessaa tokkodha. Umrii dargaggummaa keessa dura taa'aa dhaabichaa jalqabaa ta'uunis tajaajilaniiru.
ABO keessa siiviliis, jaarmiyaa waraanaa keessas tajaajilaniiru. Ajajaaa waraanaa dhihaas turan. Qabsoon walqabatee biyyoota Keeniyaafi Somaaliyaatti hidhamanii beeku. Dhimma paartilee siyaasaa Oromoo, qabsoo hidhannoo, rakkoo biyyattii qunnameefi kaan irratti gaazexeessaa BBC Ammayyuu Ittaanaa waliin turtii taasisaniiru.
Qopheessaan Ammayyuu Ittaanaa
Viidiyoon Habtaamuu Xibabuufi Yaadataa Birhaanuu