Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
LolaTigraay: Qaama miidhamaa ta'ee du'arraa kan oole Koloneel Sisaay mudannoo isaa hima
''Magaalaa Humaraa keessatti loltoonni na ajjeesuuf jennaan shamizii ofirraa baasee lafarra hafeen adaraa Maaramii jedhee kadhadhachuu eegale, achumaan nadhiisanii deemani.''
Kolonel Sisaay qaama miidhamaa ta'us, lola waraanaa Sadaasa dabre dhalate hordofee, haleellaa magaalaa Humaraa keessaa baqachuun gara Sudaan ce'uu dubbata. Bu'aa bayii wayita sana dabarses akkasiin yaadata.