Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Alii Birraa: 'Kabajaan mirgaa waan hin turreef, anaafi waahiloonnikoo qabsootti kaane'
Waggoota 50 ol aartii keessatti ka dabarse Doktorri Kabajaa Artsit Alii Birraa, dhiyeenya kana seenaan jireenyasaa kitaabaan barreeffamee maxxanfamuun eebbifameera. ''Abbaan of hin faarsu, dhagaan of hin darbu,'' kan jedhu Artist Alii Birraa, seenaa itti dabarseefi kaanirraa gabaabbinaan nuuf qoodee ture. Viidiyoon kun waggaa tokkoon dura waraabame.