Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Yookoo Doktor: Mala wallaansa fayyaa karaa bilbilaatiin ummataaf afaan Oromootiin tajaajila kennu
Yookoo Doktor dhaabbata wal'aansa fayyaa bilbilaa kennamu ykn 'Tele Medicine' Afaan Oromootiin kennaa jiru yoo ta'u waggaa tokkoo gaditti namoota 5000 ol wal'aanuu hima.