Filannoo US 2020: Qoqqoodamiinsa US Joo Baayidan qoruu malan

Ibsa waa'ee viidiyoo, Qoqqoodamiinsa US Joo Baayidan qoruu malan

Bara Gadaa Doonaald Tiraamp miira wal-qoqqooduu lammiilee Ameerikaa gidduutti uumameera. Pirezidaantiin haaraa filataman Joo Baayidaniif kun qormaata ta'uu mala.