Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Jaallattoota saala walfakkaataa Gaanfa Afrikaarraa baqannaaf saaxilaman
Biyyoota Afrikaa gara garaa keessatti jaallattoota saala walfakkaataa ta'uun yakkaan nama adabsiisa. Namoonni akkanaa kunneen hawaasa, maatii isaaniifi qaamoleen nageenyaarraa miidhaa akka isaanirra ga'u dubbatu. Namoota biyya itti dhalatanirraa godaanan lama, tokko Itoophiyaarraa tokko ammoo Somaaliyaarraa dubbisneerra.