Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Balaa dhohinsa Beeyruut: Balaa kanaan 'harmeekoo duwwaa miti, hiriyaakoos dhabeera'
Akeekkachiisa! Viidiyoon kun miira keessan jeequu mala.
Hagayya 04, 2020 balaa dhohinsaa Libaanos buufata magaalaa Beeyruuttiti mudateen namoota 200tti siqan lubbuu dhaban keessaa tokko kan taate lammiin Itoophiyaa Iteenash Dachaasaa ishee tokko.
Intallishee shamarree Qiddist Yetimgeetaa, ''harmeenkoo ALI Hagayya 9 nan dhufa jettee waadaa naaf galtee turte,'' jetti.