Siidaan Ediwaardi Koolistan bishaan keessaa baafame

Siidaa namicha garba daldalaa ture kanaa mormitoonni jibba sanyummaa balaaleffatan jigsanii bishaanitti gatanii ture.