Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Ajjeechaa Hayimaanot Badhaadhaa: "Intalli kiyya polotikanyaa miti, maaliif akka ajjeesan hin beeku"
‘’Mucaan koo nama siyaasaa miti, anis nama siyaasaa miti. Biyya nagaa keessatti nama dhiiga mucaa koo dhangalaasee ajjeese kana mootummaan akka adda naa baasuun gaafadha" jedhu Obbo Badhaadhaa Fayyisaa.
Viidiyoon: Bizuworqi Olaanaafi Yaadataa Birhaanuu