Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Ogummaa suuraa: Dargaggeessa abbaa ogummaa danuu suuraalee duriitti 'lubbuu horu'
''Suuraawwan dur ka'an, gurraachaafi adii kan tahan, akkasumas qulqullinni isaanii baayyee kan gadi bu'e, haala ammayyaawaa taheen, lubbuun itti hora,'' jedha dargaggoo Gammachiis Tashooma Dheeressaa.
BBC waliin turtii taasiseera