Koroonaavaayiras: Kalaqa mana rifeensaatti tamsa'ina Covid-19 hir'isuuf kaayyeffate

Ibsa waa'ee viidiyoo, Koroonaavaayiras: Kalaqa mana rifeensaatti tamsa'ina Covid-19 hir'isuuf kaayyeffate

''Mana rifeensaatti namni tokko Covid-19n qabamnaan, salphumatti iddoo raabsaa Koroonaavaayiras tahuu danda'a,'' jedha dargaggoo Mohaammad-Juhaar. Kana hir'isuuf waanin danda'uun kalaqa kanaan gumaacheera jedha.