Lammii Hindii rakkoolee ummata baadiyyaa furuuf kutate

Ibsa waa'ee viidiyoo, Lammii Hindii rakkoolee ummata baadiyaa furuuf kutate

Dr. Kaanaan Ambaalam jedhama. Kutannoo inni rakkoolee hawaasa baadiyyaa furuuf qabuun ummanni naannichaa namni kuni lammii biyya biraa osoo hintaanee nama keenya hanga jedhaniin gahaniiru.