Koronaavaayirasii: Biyyoonni dubartootaan hogganaman Covid19 ittisuun warra kaan caalaa milkaa'anii?

Biyyoonni akka Jarman, Niiw ziilaand, Taayiwaan, Noorwaay fa'i biyyoota biraa waliin wali bira qabamanii ilaalaman lakkoofsi namoota sababii koronaatiin jalaa du'ee baayyee gadaanaadda. Biyyoota kanneenis kan wal fakkeessuu namni xiqqaa jalaa du'u qofa osoo hintaane, dubartootaan ogganamusaanitii.