Seenaaf kilabiisheef golii baayyee galchuufi taphattuu urjii jedhmuun badhaafamteetti

Ibsa waa'ee viidiyoo, Seenaaf kilabiisheef golii baayyee galchuufi taphattuu urjii jedhmuun badhaafamteetti

Taphattuu sarara fuulduraa garee kubbbaa miilaa biyyoolessaa dubartootaa Itoophiyaa (Luusii) kan taate Seenaaf Waaqumaa Magaalaa Naqamteetti dhalattee guddatte.Yeroo ammaa kanas garee biyyoolessaatiin alatti piriimerliigii kubbaa miilaa dubartootaa keessatti garee kubbaa miilaa Adaamaatiif taphatti.