Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Isheen Eenyu? 11: 'Waltajjiirratti ba’anii dubbachuu nan saalfadhan ture' Abbabach Ajjamaa
Diraamaa sagantaa Televizhiinii Itoophiyaa Dhangaa irratti darbu irraa qabee namni baayyeen dandeettii taatummaadhaan ishee beeka.
Tiyaatiroota Afaan Oromoo takka ifaa takka dhaaman keessatti isheetu akka urjii mul'ata. Hulluqqoo fi Gumaan warreen isheen taatoo ijoo tahuun irratti gumaachite keessaa kan maqaan dhahamani dha.
Aartist Abbabach seenaa dhuunfaa, mudannoofi muuxannoo imala aartii ishee waggaa dheeraa nuuf qoodeetti.
Viidiyoo: Firaaol Balaay, Amansiisaa Ifaa fi Yaadataa Birhaanuu