Weellisaa Taalib Raazi: ‘Haadha warraa kootu sirba Afaan Oromoo na barsiise’
Weellisaa Taamil Raazi lammii Sirii Laankaa yoo ta'u wallee durii Afaan Oromoo Alii Birraa fi kaan weellisuun beekama.
Jireenya isaa Ameerikaa kan taaisfate yoo ta'u walee Afaan oromootti kan na fide haadha warraakoo Ayyaantuudha jechuun ibsa. Yero dhagahuus hedduu akka jaalate hima.
Walleewwan Afaan Oromoo albama isaa Afaan Ingiliziin 'The Fire Inside' jedhu hojjeteef kaka'umsa naaf ta'eera jechuun ibsa.

