Waalee fi Hinesee: Sirba aadaa Oromoo Keeniyaa

Ibsa waa'ee viidiyoo, Waalee fi Hinesee: Sirba aadaa Oromoo Keeniyaa

Roobni roobee lafti jedhee yoo jedhu Oromoonni Keeniyaa akka kanaan sirbanii loon isaanii faarsu.