Piroofesar Kuwee Kumsaa: 'Gaaffiin barabaraan gaafatamaa ture ammayyuu hin deebine'
Gaaffiifi deebii addaa BBC waliin taasisaniin Pirofesar Maartaa Kuwee Kumsaa waahee siyaasaa, mirga dubartootaa, jireenya dhuunfaa fi waan fuulduraas dubbatu. Dhiyaadhaa.

