Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Habin Girmaa qaama miidhamtuu taatus; falmattuu mirga qaama miidhamtootaati
Qaama miidhamtuu taatus kayyooshee galmaan gahuu irraa ishee hin daangessine. Waltajjiiwwan beekamoo kanneen akka TEDtalk jedhaman irratti argamuun haasaa ni taasifti. Pireezidantiin Ameerikaa duraanii Baaraak Obaamaan 'White House'tti argachuun teeknolojiin foyya'aa qabaachuun qaama miidhamtoota akkatti gargaaru waliin haasofteetti.