Gurgurtaa hojjatoota manaa: Gurgurtaa garbaa intarneeta gubbaa

Ibsa waa'ee viidiyoo, Gurgurtaa hojjatoota manaa;Interneetarratti gurguraa garbaa

BBC Arabic qorannoo gaggeessen gurgurtaa garbaa Kuweet, karaa interneetarratiin hujjeefannowaan gurguddoo irratti gaggeefamu saxileera.