Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Hayyuu 'Osoo uummata kanaaf agabuu oolee bulee hojjedhuun galata dhabe'
Osoo uummata kanaaf hagabuu oolee bulee hojjedhuun galata dhabe, kanaafin Irreecharraa hafee dhokadhee mana oole jedhan abbaan Gadaa duraanii Tuulamaa Bayyanaa Sanbatuu. BBC waliin turtii addaa taasisaniiru, dhiyaadhaa.
Viidiyoon Bizuworqi Olaanaa