Itoophiyaa: Guyyaa daandiiwwan konkolaataarraa bilisa itti tahanitti maaltu ta'a?

Itoophiyaatti ji'atti guyyaa dhuma-torbee tokkotti daandiiwwan konkolaataarraa bilisa gochuun, faalama qilleensaa xiqqeessuufi lammiileenis qaamaafi sammuun fayyaalessa akka tahan karoorfameeti.