Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Injinar Taakkalaa Uumaa: "Magaalaa Finfinnee itti gammadee, itti booneen tajaajila"
Finfinneen magaalaa lammilee Itoophiyaa maraaf geessu waan taateef sababa wal-dhabdeefi mormii ta'uu hin qabdu jedhu Injinar Taakkalaa Uumaa turtii BBC waliin taasisaniin.
Asii dubbisaa: 'Finfinneen sababa wal-dhabdeefi mormii ta'uu hin qabdu'