Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Afaan Chaayinaa 'YouTube' qofaan akkamin baruun danda'ama?
Dargaggoo Yaareed Ammahaa karaa YouTube qofaan Afaan Chaayinaa ykn Mandariin barachuu isaatiin kampaanonni hojiif isa barbaadan dabalaniiru.
Dargaggoo Yaareed Ammahaa Digirii jalqabaatin yunivarsiitii Haramayaa irraa eebbifamullee waan barate kanaan waggoota lamaaf carraa hojii argachuu hin dandeenye ture.