Dhukkuba Albiinoo: 'Faranjiitu asitti dhalchee gatee deeme naan jedhu'

Ibsa waa'ee viidiyoo, Waa'ee dhukkuba 'Albiinoo' maal beektu?

Dhukkubni bifa gogaa namaa guutummaatti jijjiiru kun qaama keessatti seelonni 'Melanin' jedhaman omishamuu dhabuun uumama.

Magaalaa Sabbataatti imaluun barattoota rakkoo fayyaa kana qaban lama dubbisneerra.

Viidiyoon Eliyaas Mulugeetaa Hordofaa