Afaan Oromoo: Arrab-martuu Afaan Oromoo hagam beektu?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Arrab-martuu Afaan Oromoo hagam beektu?

Gosa afoola Oromoo keessaa karaa namoonni ittiin ijoollee isaanii barsiisan keessaa tokkodha - arrab-martuu (tongue twisters).

Kurupheen buqqee baattee, burqaa utaalte irra deddeebiin ariitiin jedhaa mee.

Odeessa viidiyoo kana kaaba Keeniyaa, Marsabiiet irraa kan midhaassan: Eliyaas Muluugeetaa Hordofaafi Yaadataa Birhaanuu.