Imala BBC Afaan Oromoo waggaa tokkoo gaazexessitootni akkamiin ibsu?
BBC Afaan Oromoo erga marsariitii fi feesbuukiidhaan tajaajila eegalee har'a waggaa tokko guute, gaazexessitoonni tajaajila kanaa imala isaanii ni ibsu. Waggaa tokko kana keessatti maaltu hojjatamaa ba'e? Fuuldurattoo maaltu eegama?

