Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
'Guyyaa Gootota Oromoo, dhaloonni waan irraa baratu hedduu qaba'
Ebla 15 Guyyaa Gootota Oromoo jedhamee kan labsame bara 1984. Ka'umsa kabaja guyyaa kanaa Obbo Galaasaa Dilboo ni dubbatu.