'Laguun uumama malee abaarsa miti'

Ibsa waa'ee viidiyoo, Aanaa Qimbibiit mana barumsaa Harootti kutaan addaa laguuf kenname jira

Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Qimbibiit mana barumsaa Harootti kutaan addaa laguuf kenname jira. Kutichi iddoo ijoolleen dubartootaa yerootti laguun isaan dhufu qulqullina isaanii eeggataniifi haara galfatanii dha.