Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Dhahannaa rifeensa dubartoota Karrayyuu keessaa kam beektu?
Dhahannaa rifeensa dubartoota Karrayyuu keessaa kam beektu? Akkuma jarreen dhiiraa rifeensa tolchatan dubartoonnillee gosa adda addaan of bareechu.
Isaan keessaa maddoon tokko. Intala dubraa Karrayyuu maddoodhaan beekan.