Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Jaappaan: Dhiirooti 1000 ta'an ulee milkii qullaa adamsu
Feestivala kana irratti dhiirooti kun uleen milkii fida ykn immoo namni ulee kana argate waggaa sanaaf carra qabeessa ta'a amantaa jedhuun dukkana keessa adamsuu eegalu.
Uleen 'Shingin' jedhamu kun ceentimeetira 20 qofa dheerata.