Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Siwizerlaand: Konkolaataa konkolaachisaa malee adeemu
Ajaa'iba! Siwizerlaand keessa atoobisiin konkolaachisaa hin qabne tajaajilaa laachaa jira. Atoobisiin kun saffisa sa'atitti kiilomeetira 30n daandiirra ofiin of konkolaachisuu ni danda'a. Yoo ibsaa akeekkachiisaa arge fireeni ni qaba.