Biraaziil: Nama balaa namoota 121 ajjeesee jalaa oole

Eliyaas Nunees Hidhaa Biraamaandihoo Biraazil jijjigee yoo xiqqaate nama 121 ajjeese jalaa ooleera. 'Yeroo akka kanaatti wanti ati yaaduu dandeessu akka du'uuf deemtu qofa.'