Umar Sulaymaan: 'Ammaan booda lolli hin jiraatu'

Kaleessa bilisummaa argachuuf lolaa turre.

Har'a bilisummaa arganneerra.

Akkaataa bilusmmaa kana ittiin tikfannu garuu hin arganne.