Daa'ima dandeettii herreega ulfaatu qoyyabuu qabu
Daa'imni ganna 10 Sibaahlee Waanee dandeettisaa herreegaan miidiyaa hawaasummaarratti beekamtii argateera.
Jalqaba herreega wal-xaxaa otoonni deebisuu poolisii naannootiin waraabame. Gaazexeessituun BBC Puumzaa Fihlaanii dandeetti mucaa madaaluuf gaaffii isa gaafatteetti.

