Abbaa Gadaa Kuraa Jaarsoo: Haga Moyyalee keessa alaabaan lama ejje, nagaan dhufuu hin danda’u

Ibsa waa'ee viidiyoo, Yoo aadaan tan tee hin jirre, eenyummaan tan tee hin beekkamtu.

Dhiyeenya kana Abbaan Gadaa Booranaa Kuraa Jaarsoo gara Keeniyaatti ce'uun ummata waliin mari'achaa turan. Dhimmoota kanaafi kanneen biroorratti BBC waliin turtii taasisaniiru. ''Lafa teenna ka Booranaa mootummuma kanatu gurgurate. Dhimmi kun dhimma mootummaan nama walitti naqe waan ta'eef, mootummaan hiikuu qaba,'' jedhu.

Viidiyoon: Ammayyuu Ittaanaa fi Habtaamuu Xibabuu