Taphataa cimaa Afriikaa kan BBC'tiif shan kaadhimaman keessaa tokko Mohaammed Saalahadha
AFOTY 2018: Taphataa cimaa Afriikaa kan BBC bara kanaa dorgomuudhaaf shan kaadhimamaniiru. Isaan keessaa taphataan Ijjibtiifi kilaba Liiverpuul kan ta'e Mohaammed Saalahadha.


