Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Saadiyoo Maanee yeroo afraffaaf Taphataa cimaa Afrikaa kan BBC ta'uuf kaadhimameera
Saadiyoo Maanee kaadhimamaa Taphataa cimaa Afrikaa kan BBC bara kanaa shan keessaa tokko. Kenniinsi sagalee kan guulabamu Mudde 2 halkan sa'aa lamatti yommuu ta'u injifataan kan ifatti beeksifamu ammoo guyyaa 12 booda Mudde 14.
Warri taphataa cimaa Afriikaa kan BBC bara kanaaf sagalee kennuu barbaaddan asiin sagalee kennaa.